Oromiyaa
- ODUU
Gujiitti sigiga lafaa iddoo albuudni itti baafamutti mudateen lubbuun namoota 8 darbe
Finfinnee, Guraandhala 04/2025 – Naannoo Oromiyaa godina Gujii aanaa Sabbaa Boruutti iddoo albuudni mala aadaatin itti baafamutti balaa sigiga lafaa…
Read More » - ODUU
Miseensota tuuta Gadaa Karrayyuu guyyootaaf hidhamanii achi buuteen isaanii dhabamee ture gadhiifaman
Finfinnee, Amajjii 28/2025 – Naannoo Oromiyaa godina Shawaa Bahaa aanaa Fantaalleetti miseensota tuuta Gadaa Karrayyuu fi jaarsolii biyyaa 20 achi…
Read More » - ODUU
Oromiyaa Aanaa Fantaalleetti sababa kirkira lafaan fedhiin gargaarsa namoomaa “cimaa” jira: Madaallii
Finfinnee, Amajjii 27/2025 – Naannoo Oromiyaa godina Shawaa Bahaa aanaa Fantaalleetti hawaasni kirkira lafaa, walitti bu’iinsaa fi hongee dabalatee rakkoolee…
Read More » - ODUU
Ji’oota 3 darban keessa sarbiinsi mirga namoomaa akka hidhaafi ajjeechaa jumlaa raawwatamuu komishinichi gabaase
Finfinnee, Amajjiii 25, 2025 – Kominshiniin Mirga Namoomaa Itoophiyaa (KMNI) ji’oota sadan darban (Fulbaana, Okololeessaafi Sadaasa) keessa namoonni ajaja mana…
Read More » - XIINXALA ODUU
Achi buuteen miseensota tuuta Gadaa Karrayyuu guyyoota dura hidhaman dhabamuun maatii fi hawaasa biratti yaaddoo uume
Finfinnee, Amajjii 24/2025 – Naannoo Oromiyaa godina Shawaa Bahaa aanaa Fantaalleetti dhimma miseensota tuuta Gadaa Karrayyuu fi jaarsolii biyyaa lakkoofsaan…
Read More » - ODUU
Sababa kirkira lafaatin jiraattonni naannolee sadii gara 100,000tti siqan qe’eerraa buqqa’an
Finfinnee, Amajjii 23/2025 – Kirkirri lafaa giddugala isaa naannawa Awaash Fantaalleetti godhachuun irra deddeebiin mudachaa jiruun Naannoo Amaaraa Godina Shawaa…
Read More » - ODUU
Yaayyaa Gullalleetti gocha reebichaa Abbaa Seeraa irratti raawwatame qoratamaa jira: Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
Finfinnee, Amajjii 22/2025 – Naannoo Oromiyaa godina Shawaa Kaabaa aanaa Yaayyaa Gullalleetti gocha reebichaa Abbaa Seeraa Mana Murtii Aanaa Yaayyaa…
Read More » - ODUU
Harargee Bahaa Aanaa Kurfaa Calleetti dargaggoonni lama milishootaan ajjeeffamuu maatiin himan
Finfinnee, Amajjii 15/2025 – Naannoo Oromiyaa godina Harargee Bahaa aanaa Kurfaa Calleetti Amajjii 13, 2025 galgala dargaggoonni lama magaalaa Maayaa…
Read More » - ODUU
Mooyyaleetti ajjeechaan daa’ima ganna 14 qaamolee nageenyaan raawwatame dheekkamsa kaase
Finfinnee, Amajjii 13, 2025 – Naannoo Oromiyaa godina Booranaa magaala Mooyyalee ganda Shawaa Barriitti daa’imni ganna 14 “miseensota poolisiin” ajjeefamuun…
Read More » - ODUU
Kirkira lafaa Itoophiyaa keessatti tibbana mudateen namoota lamarratti miidhaa ulfaataa gahuu UN ibse
Finfinnee, Amajjii 13/2025 – Sababa kirkira lafaa kutaalee naannoo Affaarii fi Oromiyaa keessatti itti fufiinsaan mudachaa jiruun “namoota lama irratti…
Read More »