Faannoo
- ODUU
Lola godinaalee Giddugaleessa Gondar fi Goojjam Kaabaatti geggeeffameen namoonni hedduun ajjeefaman
Finfinnee, Bitootessa 25/2025 – Naannoo Amaaraa godinaalee Giddugaleessa Gondar fi Goojjam Kaabaa keessatti Jimaata Bitooteessa 21, 2025 irraa eegalee lola…
Read More » - ODUU
Raayyaan Ittisaa yaalii haleellaa humnoota Faannoo jeneraala olaanaa Tigraayiin deeggarame fashaleessuun “barbadeesse” jedhe
Finfinnee, Bitootessa 22/2025 – Raayyaan Ittisa Itoophiyaa haleellaa qindaa’aa humnoonni hidhattoota Faannoo maqaa “Duula Tokkummaa” jedhuun kutaalee naannoo Amaaraa adda…
Read More » - ODUU
Walitti bu’iinsa godinaalee Goojjam Bahaa fi Lixaatti gaggeeffameen namoonni saddeet ajjeefaman
Finfinnee, Bitootessa 14/2025 – Naannoo Amaaraa godina Goojjam Bahaa aanaa Nafsesaar Midir fi godina Goojjam Lixaa aanaa Qu’aariit keessatti walitti…
Read More » - ODUU
Naannoo Amaaraatti konkolaattota saliixaa fe’an irratti dhukaasa banameen konkolaachisaan tokko ajjeefame; konkolaattoonni 6 barbadaa’an
Finfinnee, Bitootessa 04/2025 – Naannoo Amaaraatti konkolaattota fe’umsaa 15 saliixaa fe’anii Gondar irraa gara Baahirdaar imalaa turan irratti dhukaasa banameen…
Read More » - ODUU
Goojjam Kaabaatti barsiisonni 13 “hidhattoota Faannootin” butamuu maatiin himan
Finfinnee, Guraandhala 18/2025 – Naannoo Amaaraa godina Goojjam Kaabaa aanaa Gonjii Qolalaatti barsiisonni mana barumsaa sadarkaa 1ffaa Koree keessatti barsiisaa…
Read More » - ODUU
Haleellaa diroonii naannoo Amaaraatti raawwatameen dubartii ulfaa fi daa’ima dabalatee namoonni sadi ajjeefaman
Finfinnee, Guraandhala 14/2025 – Naannoo Amaaraa godina Shawaa Kaabaa aanaa Efraataa Gidim ganda Zanbootti haleellaa dirooniin mana jireenyaa irratti rawwatameen…
Read More » - ODUU
Goojjam Lixaatti lola cimaa gaggeeffameen daa’ima ganna 14 dabalatee namoonni afur ajjeefaman
Finfinnee, Guraandhala 04/2025 – Naannoo Amaaraa godina Goojjam Lixaa ganda Jimmaat Enqooqima jedhamu keessatti humnoota mootummaa fi hidhattoota Faannoo gidduutti…
Read More » - ODUU
Goojjam Lixaatti aanga’oota ji’ootaaf hidhattoota Faannootin qabamanii turan keessaa 37 ajjeefaman
Finfinnee, Muddee 10/2024 – Naannoo Amaaraa godina Goojjam Lixaa aanaa Dagaa Daamoot magaala Faras Beetiitti hoggantoonni sadarkaa aanaa fi gandaa…
Read More » - ODUU
Jiraattonni Aanaa Darraa ajjeechaafi dararaa irra gahaa jiru miidiyaatti himatan 16 hidhamuu maatiin himan
Finfinnee, Sadaasa 25/2024 – Naannoo Oromiyaa godina Shawaa Kaabaa aanaa Darraatti jiraattonni 16 ajjeechaa gara jabinaafi suukaneessaa hidhattoota Faannootin raawwatamaa…
Read More » - ODUU
Mootummaan Naannoo Oromiyaa fi ABO ajjeechaa suukaneessaa Darraatti “humnoonni Faannoo” raawwatan balaaleffatan
Finfinnee, Sadaasa 21/2024 – Mootummaan Naannoo Oromiyaa fi paartii mormituu Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) ibsa adda addaatti baasaniin ajjeechaa suukaneessaa…
Read More »