Sudaan
- ODUU
Bulchiinsi Yeroo Tigraay himannaa Humna Saffisaa Sudaan ABUT irratti dhiyeesse kufaa taasise
Finfinnee, Caamsaa 07/2024 – Janaraal Mohaammad Hamdaan Dagaaloon kan durfamu Humni Saffisaa Sudaan (RSF), humnoonni Adda Bilisummaa Uummata Tigraay (ABUT)…
Read More » - DALDALA
Oduu: Rakkoon nageenyaa Sudaan keessa jiru galiin gurgurtaa humna elektrikii Itoophiyaan biyyoota alaa irraa argattu akka hir’atu taasise
Finfinnee, Guraandhala 07/2024 – Itoophiyaan galiin gurgurtaa humna elektrikii biyyoota alaa irraa argatte Doolaara miiliyoona 47.5 qofa akka ta’e beeksifte.…
Read More » - ODUU
Oduu: Itoophiyaan walgahii IGAD waamerratti kan hin argamne ta’uu ibsite
Finfinnee, Amajjii 17, 2024 – Miniseerri Dhimma Alaa Itoophiyaa walgahii adda ta’e Moootummoonni Misoomaaf gamtoomanii (IGAD) Amajjii 18, 2024 qopheessee…
Read More » - Uncategorized
Oduu: Sudaan marii barreessaan olaanaa Mootummoota Gamtoomanii gaggeessaa humna gargaarsa saffisaa waliin taasise balaaleffatte
Finfinnee, Amajjii 15, 2024 – Marii barreessaan olaanaa Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guteerez hogganaa Humna Deeggarsa Saffisaa Sudaan Mohaammad Hamdaan Dagaaloo…
Read More » - SIYAASA
Xiinxala: Masriin marii gam-sadee dhimma Hidha Haaromsaa irratti godhamu irraa of baasteetti, maaltu itti aana?
Abdii Biyyansaa @ABiyenssa fi Miliyoon Bayyanaa @MillionBeyene Finfinnee, Amajjii 11/2024 – Dhimma Hidha Guddicha Haaromsaa ilaalchisee Itoophiyaa, Masrii fi Sudaan…
Read More » - ODUU
Oduu: Keeniyaan hogganaa humna Saffisaa simachuu hordofee Sudaan ambaassaadara ishee Keeniyaa jiru waamte
Finfinnee, Amajjii 05, 2024 – Mootummaan Keeniyaaa ajajaa humna deegarsa saffisaa Mohaammad Haamdaan Daagaaloo “Heemeeti” simachuu hordofee Keeniyaatti ambaasaaddara ishee…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Ajajaan Humna Saffisaa Sudaan Finfinnee galan; Mariin Jibuutiitti gaggeesuun karoorfame gara yeroo biraatti darbeera
Finfinnee, Muddee 28/2023 – Ajajaan Humna Saffisaa Sudaan (RSF) Jeneraal Mohaammad Hamdaan Daagaaloo “Heemeetii” har’a ganama magaalaa Finfinnee galaniiru. Jeneraalichi…
Read More » - ODUU
Oduu: Mariin hidha haaromsaa marsaa 4ffaa waliigaltee malee goolabame
Finfinnee, Muddee 20, 2023 – Mariin gar-sadee dhimma hidha haaromsaarratti Finfinneetti gaggeeffamaa ture milkii malee xumuramuu ministeeroonni Itoophiyaafi Misraa beeksisan.…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Marii Hidha Haaromsaa marsaa arfaffaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Muddee 18/2023 – Mariin gam-sadee Hidha Haaromsaa biyyoota Itoophiyaa, Masrii fi Sudaan gidduu gaggeeffamu marsaa 4ffaan Finfinneetti gaggeeffamaa jira. …
Read More » - SIYAASA
Oduu: Qaamoleen Sudaan keessa walwaraanaa jiran waliigaltee dhukaasa dhaabuu mallatteessuuf waliigalan
Finfinnee, Muddee 11/2023 – Dura taa’aan Mana Maree Abbaa Biyyummaa Sudaan Abdal Fattaah Al-Burhaan fi hogganaan Humnoota Deeggarsa Saffisaa (RSF)…
Read More »