Barnoota
- XIINXALA
‘Abdii barnootarra qabnu dhabne’: Lixa Oromiyaatti barattoota kumaatama sababa rakkoo nageenyaan barnoota ala ta’aniiru
Abdii Biyyansaa fi Naatinaa’eel Fiixeetin Finfinnee, Caamsaa 23/2024 – Walitti bu’iinsa waggoota jahaan darban Lixa Oromiyaa, keessattuu godinaalee Wallagga arfan,…
Read More » - DHIMMA HAWAASAA
Xiinxala Oduu: Hanqinni kitaaba barnootaa mudate xiin-sammuufi qabxii barattoota irratti dhiibbaa geessisaa jiraachuu himame
Geetahun Laggasaatin @Birmaduu2 Finfinnee, Guraandhala 14/2024 – Ministeerri Barnootaa jijjiirama imaammata gurguddaa waggoota dhufan keessatti qulqullina barnoota ni fooyyeessu jedhee…
Read More » - DHIMMA HAWAASAA
Oduu: Naannoo Oromiyaatti barattoota hundaaf kitaabilee barnootaa geessisuuf waggaa lama akka fudhatu ibsame
Finfinnee, Amajjii 25/2024 – Naannoo Oromiyaatti barattoota hundaaf kitaaba barnootaa raabsuuf hanga waggaa lama fudhachuu akma danda’u Biiroo Barnoota Oromiyaa…
Read More » - DHIMMA HAWAASAA
Oduu: Sirni barnootaa oolmaa daa’immanii barana eegalee hojiirra oole maatii barattoota biratti komii kaase
Finfinnee, Amajjii 22/2024 – Sirna barnootaa (kaarikulamii) oolmaa daa’immanii bara barnootaa kanarraa eegalee hojiirra oole maatii barattoota biratti komii uumuu…
Read More » - DHIMMA HAWAASAA
Oduu: Aanaa Gooroo Doolaatti barnoonni baranaa hin eegalleen walqabatee barattoonni 52,000 ol barnootaan ala ta’uu himame
Finfinnee, Amajjii 12/2024 – Caaseffama haaraa mootummaan naannoo Oromiyaa ifoomseen walqabtee mormii uummataa godina Gujii aanaa Gooroo Doolaafi aanaa Liibanitti…
Read More » - SEENESSA
Dhalataa Itoophiyaa Piroofeesara Cimaa 2023 ta’uun filataman eenyu?
Finfinnee, Muddee 11/2023 – Dhalataa Itoophiyaa biyya Ameerikaa Yuunivarsiitii Saavaanaatti Piroofeesara Herreega kan ta’an Piroofeesar Mulaatuu Lammaa Piroofesara Cimaa bara…
Read More » - DHIMMA HAWAASAA
Xiinxala Oduu: Finfinneetti fedhiin barnoota Afaan Oromoo, Gadaa fi Safuu olaanaa ta’aa jira: Barsiisota
Geetahun Laggasaatin @Birmaduu2 Finfinnee, Sadaasa 07/2023 – Magaalaa Finfinnee keessatti barumsi Afaan Oromoo akka hin barsiifamneef qaamolee fedhii siyaasaa addaa…
Read More » - DHIMMA HAWAASAA
Gulaalli: Qormaata qofarratti xiyyeeffachuun sirna barnootaa rakkoo dhuma hin qabnetti kennuudha. Sirritti ilaalamuu qaba!
Finfinnee, Sadaasa 03/2023 – Ministeerri barnootaa waggoota walitti aanan lammaffaaf oduu rifachiisaa abdiifi mul’ata barattoota kumaatamaan lakkaa’amanii kichuutti kuteera. Akka…
Read More » - DHIMMA HAWAASAA
Xiinxala Oduu: Murtee sagantaa barnoota gannaa hambisuuf Ministeerri Barnootaa dabarse barattoota biratti komii kaase
Geetahun Laggasaa @Birmaduu2 Finfinnee, Fulbaana 01/2023 – Ministeerri barnootaa jijjiirama imaammata gurguddaa waggoota dhufan keessatti gaggeeffaman yeroo gabaabaa keessatti hojiirra…
Read More » - DHIMMA HAWAASAA
Oduu: Barsiisonni Yuunivarsiitiwwan Naannoo Amaaraa naannichatti deebi’uu waan hin dandeenyeef Finfinneetti akka turan taasifamuu himan
Finfinnee, Hagayya 07/2023 – Barsiisotni Yuunivarsiitiwwan Naannoo Amaaraa qormaata biyyaaleessaa kutaa 12ffaa kan bara 2015 ALI qoruuf yuunivarsiitiwwan biyyattii adda addaa…
Read More »