ABO
- ODUU
Mootummaan hoggantoota ABO hidhaatti dararaman ‘dhiifama gaafachuun beenyaa laachuu qaba’: HRW
Finfinnee, Fulbaana 10/2024 – Dhaabbata falmaa mirgoota namoomaa idil addunyaa Hiyumaan Raayitis Waach (HRW), mootummaan Itoophiyaa hoggantoota olaanoo Adda Bilisummaa…
Read More » - ODUU
Hoggantoonni ABO waggoota afur oliif ajaja mana murtii malee hidhamanii turan hiikaman
Finfinnee, Fulbaana 05/2024 – Hoggantoonni olaanoo Addi Biisummaa Oromoo (ABO) torba waggoota afur oliif ajaja mana murtii malee mana hidhamanii…
Read More » - GULAALLI
Qondaaltota ABO seeraan ala hidhamuun isaanii sirna haqaa Itoophiyaa irratti balaadha
Finfinnee, Hagayya 05/2024 – Torbanoota darban keessa Ministirri Muummee Abiy Ahimad hoggantoota paartilee mormitoota adda addaa Itoophiyaa keessatti socho’an waliin…
Read More » - ODUU
Haleellaan Aanaa Noonnoo “golgaa Raayyaan Ittisa Biyyaa kenneefiin” hidhattoota Faannootin raawwatame: ABO
Finfinnee, Waxabajjii 19/2024 – Addi Bilisummaa Oromoo (ABO) haleellaa boombii torban darbe godina Shawaa Lixaa aanaa Noonnootti mana cidhaarratti raawwatame…
Read More » - ODUU
Boordiin Filannoo haala hoggantoota ABO mana hidhaa jiran irratti hordoffii taasisaa ture bu’aa akka hin argamsiisne ibse
Finfinnee, Caamsaa 30/2024 – Boordiin Filannoo Biyyaaleessaa dhimma hoggantoota Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) mana murtiidhaan bilisa jedhamanii hanga ammaatti hin…
Read More » - SIYAASA
Ergamaan addaa Ameerikaa gaggeessitoota ABOfi KFO waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 14, 2024 – Gaanfa Afrikaatti Ergamaan Addaa Ameerikaa Maayk Haamar Dura Taa’aa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Jaal Daawud…
Read More » - ODUU
Komishinichi ragaalee ajjeechaa Batteerratti harki humnoota nageenyaa jiraachuu agarsiisan erga sassaabee booda qorannoo Maqiitti gaggeessaa ture ‘addaan kutuuf dirqamuu’ ibse
Finfinnee, Caamsaa 07/2024 – Gareen qorannoo Komishinii Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa (KMNI) dhimma ajjeechaa qondaala siyaasaa ABO Battee Urgeessaa irratti ragaa…
Read More » - ODUU
Ajjeechaa Battee Urgeessaan walqabatee shakkamtoonni 13 to’atamuu poolisiin beeksise
Finfinnee, Ebla 12/2024 – Ajjeechaa qondaala siyaasaa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Battee Urgeessaan walqabatee shakkamtoonni 13 to’atamuu Qajeelcha Poolisii Godina…
Read More » - SEERA FI HAQA
Oduu: Qondaalli ABO Battee Urgeessaa wabiidhaan akka gadhiifaman manni murtii ajaja dabarse
Finfinnee, Bitootessa 06/2024 – Yakka “jeequmsa kakaasuun” shakkamanii torban lama dura gaazexeessaa lammii Faransaay, Antuwaan Gaalindoo, waliin magaalaa Finfinneetti to’annoo…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Qondaalli olaanoo ABO Battee Urgeessaa fi gaazexeessaan Lammii Faransaay Finfinneetti hidhaman
Finfinnee, Guraandhala 26/2024 – Qondaalli Siyaasaa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Battee Urgeessaa fi gaazexeessaa lammii Faransaay Antooyin Gaalindoo Kamisa darbe…
Read More »