ABO
- SIYAASA
Oduu: Mootummaan diroonii fi boombii summii fe’ate ummata nagaa irratti dhukaasuun “yakka namummaa irratti” raawwateera: ABO
Finfinnee, Amajjii 24/2024 – Haleellaa diroonii dabalatee “tarkaanfiiwwan humnoonni nageenyaa mootummaa, naannoo Oromiyaa keessatti raawwatan” ammallee itti fufuun lubbuu namoota…
Read More » - ODUU
Oduu: Barri 2023 uummata Oromoof bara gidiraa ture: ABO
Finfinnee, Amajjii 01, 2024 – Addi Bilisummaa Oromoo (ABO) barri 2023 ummata Oromootiif baroota darban caalaa bara gidiraa, hidhaa, ajjeechaafi…
Read More » - SEERA FI HAQA
Oduu: Manni Murtii Waliigalaa Oromiyaa dhimma miseensa hoggansa ABO tokko irratti Abbaa Alangaa Federaalaa qulqulleessee ibsa akka kennu ajaje
Finfinnee, Onkoloolessa 27/2023 – Miseensa Gumii Sabaa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) kan ta’an Amaan Filee Bitootessa 07, 2020 waahila paartii…
Read More » - ODUU
Oduu: Jiraataan Godina Shawaa Kaabaa humnoonni mootummaa lammiilee 7 ajjeesan jedhe
Abdii Biyyansaatiin @ABiyenssa Finfinnee, Onkololeessa 19, 2023 – Godina Shawaa Kaabaa aanaa Warra Jaarsoo ganda Migiroo Baddeessaa keessatti Onk 14, 2023 humnoonni…
Read More » - ODUU
Oduu: ABOn humnoota mootummaa “ajjeechaa jumlaatiin” yakke
Finfinnee, Onkolooleessa 19, 2023 – Addi Bilisummaa Oromoo (ABO) miseensonni humna raayyaa ittisa biyyaa godinaalee Oromiyaa garaagaraatti lammiilee nagaa jumlaan…
Read More » - ODUU
Oduu: Gaaga’ama siyaasaa Itoophiyaa mudachaa jiru dadhabina paartii biyya bulchaa jirurraa kan maddeedha: ABO
Finfinnee – Addi Bilisummaa Oromoo (ABO) gaaga’amni siyaasaa kaaba Itoophiyaatti ka’e Oromiyaatti babal’chuun nageenya naannichaa akka hin booressine “lammiilee fi qabsaa’onni”…
Read More »