Amaaraa
- ODUU
Waldichi naannolee Oromiyaa fi Amaaraa keessatti hojjettoota fi ambulaansii isaarratti haleellaan raawwatamuu ibse
Finfinnee, Amajjii 01/2025 – Waldaan Fannoo Diimaa Itoophiyaa naannolee Oromiyaa fi Amaaraa keessatti haleellaa “suukanneessaa” hidhattoonni ambulaansii lama irratti raawwataniin…
Read More » - ODUU
Goojjam Lixaa Aanaa Quwaarititti sababa “caasaan mootummaa diigameef” miindaan hojjettoota mootummaa ji’a sadiif harkifate
Finfinnee, Amajjii 01/2025 – Naannoo Amaaraa godina Goojjam Lixaa aanaa Quwaarit keessatti “caasaan mootummaa waan diigameef” hojjettoonni mootummaa ji’oota sadiif…
Read More » - ODUU
Walloo Kaabaatti daangeeffama hidhattoonni kaa’aniin namoonni 77,000 ol rakkoo namoomaa hamaaf saaxilaman
Finfinnee, Muddee 31/2024 – Naannoo Amaaraa godina Wolloo Kaabaa aanaalee Bugnaa fi Laastaatti daangeffama “hidhattoonni naannichatti socho’an” kaa’aniin haalli namoomaa…
Read More » - ODUU
Baqattoonni Eertiraa fi Sudaan Naannoo Amaaraa keessa qubatanii jiran gara iddoo biraatti akka dabarfaman gaafatan
Finfinnee, Sadaasa 22/2024 – Naannoo Amaaraatti walitti bu’iinsa humnoota nageenyaa mootummaa fi hidhattoota Faannoo gidduu deemaa jiruun baqattoonni Eertiraa fi…
Read More » - ODUU
Goojjam Lixaatti haleellaa dirooniin hidhattoota dabalatee namoonni 20 ol ajjeefamuu jiraattonni himan
Finfinnee, Sadaasa 07/2024 – Naannoo Amaaraa godina Goojjam Lixaatti haleellaa diroonii Kibxata Sadaasa 05, 2024 raawwatameen hidhattoota dabalatee namoonni hedduun…
Read More » - ODUU
Naannolee Oromiyaa fi Amaaraatti roobni waqtiisaa hin eegne oomisha irra miidhaa geessisaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 04/2024 – Qonnaan bultoonni naannolee Oromiyaa fi Amaaraa keessa jiran roobni waqtiisaa hin eegne roobuun oomishni isaanii sassaabbiif…
Read More » - ODUU
Buqqaatonni magaalaa Dabra-Birhaan argaman rakkoo dhiyeessii nyaataa isaan mudachuu ibsan
Finfinnee, Onkoloolessa 29/2024 – Buqqaatonni Naannoo Oromiyaa Godina Wallagga Bahaa fi Shawaa Lixaa irraa buqqa’anii Naannoo Amaaraa magaalaa Dabra Birhaanitti…
Read More » - ODUU
Komishiniin Marii Biyyaleessaa naannolee Amaaraa fi Tigraay keessatti hojjachuuf rakkachuu ibse
Finfinnee, Onkoloolessa 18/2024 – Walitti bu’iinsa naannoo Amaaraa keessatti adeemsifamaa jiruufi haala yeroo naannoo Tigraay keessa jiru hojiisaa ulfaataa taasisuu…
Read More » - ODUU
Naannoo Amaaraatti torban lamaan darban keessa hidhaan ajaja mana murtii malee baay’achuu KMNI ibse
Finfinnee, Onkoloolessa 07/2024 – Naannoo Amaaraa keessatti walakkeessa baatii Fulbaana eegalee namoonni hedduu ajaja mana murtii malee hidhamuu Komishiniin Mirgoota…
Read More »