Amaaraa
- ODUU
Goojjam Lixaatti haleellaa dirooniin hidhattoota dabalatee namoonni 20 ol ajjeefamuu jiraattonni himan
Finfinnee, Sadaasa 07/2024 – Naannoo Amaaraa godina Goojjam Lixaatti haleellaa diroonii Kibxata Sadaasa 05, 2024 raawwatameen hidhattoota dabalatee namoonni hedduun…
Read More » - ODUU
Naannolee Oromiyaa fi Amaaraatti roobni waqtiisaa hin eegne oomisha irra miidhaa geessisaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 04/2024 – Qonnaan bultoonni naannolee Oromiyaa fi Amaaraa keessa jiran roobni waqtiisaa hin eegne roobuun oomishni isaanii sassaabbiif…
Read More » - ODUU
Buqqaatonni magaalaa Dabra-Birhaan argaman rakkoo dhiyeessii nyaataa isaan mudachuu ibsan
Finfinnee, Onkoloolessa 29/2024 – Buqqaatonni Naannoo Oromiyaa Godina Wallagga Bahaa fi Shawaa Lixaa irraa buqqa’anii Naannoo Amaaraa magaalaa Dabra Birhaanitti…
Read More » - ODUU
Komishiniin Marii Biyyaleessaa naannolee Amaaraa fi Tigraay keessatti hojjachuuf rakkachuu ibse
Finfinnee, Onkoloolessa 18/2024 – Walitti bu’iinsa naannoo Amaaraa keessatti adeemsifamaa jiruufi haala yeroo naannoo Tigraay keessa jiru hojiisaa ulfaataa taasisuu…
Read More » - ODUU
Naannoo Amaaraatti torban lamaan darban keessa hidhaan ajaja mana murtii malee baay’achuu KMNI ibse
Finfinnee, Onkoloolessa 07/2024 – Naannoo Amaaraa keessatti walakkeessa baatii Fulbaana eegalee namoonni hedduu ajaja mana murtii malee hidhamuu Komishiniin Mirgoota…
Read More » - ODUU
Naannawa Gondaritti haleellaa meeshaa gurguddaan raawwatameen lubbuu namoota 20 darbe
Finfinnee, Onkoloolessa 03/2024 – Dhuma torban darbe naannoo Amaaraa naannawaa magaalaa Gondaritti haleellaan meeshaa waraanaa gurguddaan raawwatameen yoo xiqqaate lubbuun…
Read More » - ODUU
Goojjam Bahaatti barsiisonni lama “barnoota eegalchiisuuf yaaltan” jedhamanii hidhattootaan ajjeefaman
Finfinnee, Fulbaana 20/2024 – Naannoo Amaaraa godina Goojjam Bahaa aanaa Sinaan magaalaa Roob Gabayaa jedhamutti barsiisonni lama Roobii Fulbaana 18,…
Read More » - ODUU
Naannoon Amaaraa “ajjeechaa gara jabinaa” hidhattoonni maanguddoota irratti raawwatan balaaleffate
Finfinnee, Adoolessa 24/2024 – Naannoo Amaaraa godina Goojjam Kaabaa aanaa Meeccaa Kibbaatti “hidhattoonni finxaaleeyyii” abbootii amantaa, jaarsolii biyyaa fi haadholii…
Read More » - ODUU
Naannoo Amaaraatti walitti bu’iinsa naannawaa kaampii baqattootaatti mudateen poolisoonni federaalaa 9 ajjeefaman
Finfinnee, Adoolessa 18/2024 – Naannoo Amaaraa iddoo kaampii baqattoota Sudaanitti dhihoo jirutti walitti bu’iinsa humnoota nageenya mootummaa fi hidhattoota gidduu…
Read More » - ODUU
Naannoo Amaaraatti tajaajilli intarneetii gara waggaa tokkoof cufamee ture deebi’ee eegale
Finfinnee, Adoolessa 15/2024 – Naannoo Amaaraa magaalota 19 keessatti tajaajilli intarneetii Hagayya 2023 addaan citee ture irra deebiin gadi lakkifameera.…
Read More »