SIYAASA
-
Naannoo Somaaleetti haleellaa masjiida keessatti raawwatameen lubbuun namoota jaha darbe
Finfinnee, Fulbaana 19/2024 – Naannoo Somaalee magaalaa Wardar keessatti haleellaa qaama eenyummaan isaa hin beekamne masjiida keessatti raawwataniin lubbuun namoota…
Read More » -
Gareen Geetaachoo Raddaa ‘fonqolcha mootummaa narratti raawwachuuf karoorseera’ jechuun garee Dabratsiyoon himate
Finfinnee, Fulbaana 19/2024 – Gareen Adda Bilisummaa Uummata Tigraay (ABUT) Geetaachoo Raddaan durfamu ibsa Fulbaana 18, 2024 baaseen gareen ABUT…
Read More » -
Addi Bilisummaa Biyyaalessaa Ogaaden mootummaan Itoophiyaa ‘mirga heeraa uummata Somaalee sarbe’ jechuun himate
Finfinnee, Fulbaana 18/2024 – Addi Bilisummaa Biyyaalessaa Ogaaden (ONLF) Itoophiyaa fi Somaaliyaa gidduu waldhabdeen uumamuu hordofee gocha aanga’oonni mootummaa Itoophiyaa…
Read More » -
Mirgi Abbayyaatti fayyadamuun Itoophiyaaf dhimma birmadummaati, biyyoota yaa’a lagichaa gidduu itti fayyadamni wal-qixaa fi madaalawaa ta’e jiraachuu qaba!
Finfinnee, Fulbaana 18/2024 – Lagni dheeraa addunyaa kan ta’e Abbayyaan biyyoota Afrikaa hedduu keessa qaxxaamuruun miliyoonotaaf madda bishaanii, anniisaafi jireenyaa…
Read More » -
Wallagga Bahaa, Kiiramuutti haleellaa raawwatameen bulchaan gandaa fi hogganaa paartii ajjeefman
Finfinnee, Fulbaana 17/2024 – Godina Wallagga Bahaa Aanaa Kiiramuutti haleellaa Fulbaana 14, 2024 raawwatameen lubbuun aanga’oota sadarkaa gandaa lama darbe. …
Read More » -
Mariin Itoophiyaa fi Somaaliyaa torban kana gaggeessuuf beellamame yeroo biraatti dabarfame
Finfinnee, Fulbaana 16/2024 – Mariin marsaa sadaffaa Itoophiyaa fi Somaaliyaa Kibxata Fulbaana 17, 2024 Türkiyee, Ankaaraatti gaggeeffamuuf beellamame ture Yaa’ii…
Read More » -
Hiraarsa qonnaan bultoota godina Horroo Guduruu Wallaggaa fedhii isaanii malee leenjii Gaachana Sirnaa fudhachuuf dirqaman
Finfinnee, Fulbaana 13/2024 – Dachaasaa Gurmuun (yaaddoo nageenyaatiif jecha maqaan kan jijjirame) qonnaan bulaa naannoo Oromiyaa godina Horro Guduruu Wallaggaa…
Read More » -
ONLF haasawaan Ajajaa Waliigalaa Waraana Itoophiyaa “bu’uura hin qabu” jechuun balaaleeffate
Finfinnee, Fulbaana 13/2024 – Addi Bilisummaa Biyyaalessaa Ogaaden (ONLF) ibsa baaseen haasawaa Ajajaan Waliigalaa Rayyaa Ittisa Biyyaa Fiild Maarshaal Birhaanuu…
Read More » -
Mootummaan hoggantoota ABO hidhaatti dararaman ‘dhiifama gaafachuun beenyaa laachuu qaba’: HRW
Finfinnee, Fulbaana 10/2024 – Dhaabbata falmaa mirgoota namoomaa idil addunyaa Hiyumaan Raayitis Waach (HRW), mootummaan Itoophiyaa hoggantoota olaanoo Adda Bilisummaa…
Read More » -
Itoophiyaan doorsisa fi iyyannoo Masriin dhiyeessitu “himannaa bu’uura hin qane” jechuun kuffiste
Finfinnee, Fulbaana 09/2024 – Ministeerri Dhimma Alaa Itoophiyaa xalayaa tibbana Masriin Mana Maree Nageenyaa Dhaabbata Biyyoota Gamtoomaniitti barreessite morme. Doorsisa…
Read More »