SIYAASA
-
Itoophiyaan bara 2024 sababa uggura intarneetiin doolaara miiliyoona 211 ol dhabde
Finfinnee, Amajjii 06/2025 – Itoophiyaan bara 2024tti intarneetii cufuu fi uggura miidiyaa hawaasaa mootummaan kaa’een kasaaraa diinagdee Doolaara miiliyoona 211.2…
Read More » -
Itoophiyaan ergama AUSSOM bu’a qabeessa taasisuuf Somaaliyaa waliin tumsaan akka hojjettu ibsite
Finfinnee, Amajjii 03/2025 – Itoophiyaan humna nagaa kabachiisaa haaraa Somaaliyaa keessatti ergama haaraa kennameef bobbaafamu (AUSSOM) bu’a qabeessa taasisuuf Somaaliyaa…
Read More » -
Waldichi naannolee Oromiyaa fi Amaaraa keessatti hojjettoota fi ambulaansii isaarratti haleellaan raawwatamuu ibse
Finfinnee, Amajjii 01/2025 – Waldaan Fannoo Diimaa Itoophiyaa naannolee Oromiyaa fi Amaaraa keessatti haleellaa “suukanneessaa” hidhattoonni ambulaansii lama irratti raawwataniin…
Read More » -
Itoophiyaa fi Somaalilaand walitti bu’iinsa Da’awaleeyitti mudate dhaabuuf waliigalan
Finfinnee, Muddee 28/2024 – Itoophiyaa fi Somaalilaand walitti bu’iinsa naannoo Somaalee aanaa Harshiin ganda Da’awaleeyitti mudateefi lubbuun namoota hedduu galaafate…
Read More » -
Oduu: Manni Marii Abukaatoo Mirga Namoomaa uggurame
Finfinnee, Muddee 26, 2024 – Dhaabbanni mitimootummaa Mana Marii Abukaatoo Mirga Namoomaa jedhamu xalayaa Abbaan Taayitaa Dhaabbilee Hawaasa Sivilii guyyaa…
Read More » -
Oduu: Ministeerri dhimma alaa Itoophiyaa himanni Somaaliyaan Itoophiyaarratti bante “sobadha” jedhe
Finfinnee, Muddee 24, 2024 – Ministeerri Dhimma Alaa Itoophiyaa himata mootummaan Somaaliyaa humna nageenyaa Itoophiyaarratti baneen mufachuu ibsuun himatichi “sobadha”…
Read More » -
Oduu: Itoophiyaan marii jila Somaaliyaa waliin taasifte booda waliigaltee Ankaaraa “guutumaan guututti hojiirra oolchuuf” waadaa galte
Finfinnee, Muddee 24, 2024 – Ministeeri dhimma Alaa Itoophiyaa Waliigaltee Somaaliyaa waliin Ankaaraatti mallatteessite “guutumaan guututti hojiirra oolchuuf” waadaa galuu…
Read More » -
Oduu: Somaaliiyaan “weerara ifa ta’een” humnoota tika nageenyaa Itoophiyaa himatte
Finfinnee, Muddee 24, 2024 -Mootummaan federaalaa Somaaliyaa humnoonni Itoophiyaa godina Geedoo magaala Doolow keessatti “weerara ifa ta’e” raawwataniiru jechuun balaaleeffateera.…
Read More » -
‘Mootummaan uummata gidduu walshakkii uumuun walitti bu’iinsaaf kakaasaa jira’ – Paartilee Mormitootaa
Finfinnee, Muddee 20/2024 – Paartileen siyaasaa mormitootaa jaha haala yeroo biyyattii ilaalchisee ibsa waloo baasaniin, “mootummaan waraana akka mala bittaa…
Read More » -
Hiriira naannoo Amaaraatti gaggeeffameerratti haleellaa boombii raawwatameen lubbuun nama 1 darbuu jiraattonni himan
Finfinnee, Muddee 19, 2024 – “Hiriira deeggarsaa” naannoo Amaaraatti guyyaa kaleessaa taasifamerratti haleellaa boombii magaalaa Baahir Daar, Waldiyaafi Dabra Birhaanitti…
Read More »