Tigraay
- ODUU
‘Qabsoon uummanni Tigraay waggoota darban keessa taasise kan boonsu malee kan gaabbisiisuu miti’ – ABUT
Finfinnee, Guraandhala 6/2025 – Addi Bilisummaa Ummata Tigraay (ABUT) kan Dabratsiyoon Gabramikaa’eliin durfamu waamicha Ministira Muummee Abiy Ahimad tibbana taasisan…
Read More » - ODUU
Manni Murtii Aksum daarektarota manneen barnoota magaalattii ajaja mana murtii didan ‘hidhamanii akka dhiyaatan’ ajaje
Finfinnee, Amajjii 28, 2025 – Manni Murtii Aanaa Aksum daarektarota manneen barnoota magaalattii afur barattoota muslimaa irratti dhorkaa uffannaa hijaaba…
Read More » - ODUU
“Gaaffiin keenya deebii yoo hin arganne hawaasa musliimaa mariisisuun tarkaanfii fudhanna” – Majliisa Tigraay
Finfinnee, Amajjii 03/2025 – Manni Maree Olaanaa Dhimmoota Islaamummaa Tigraay dhimma barattoota musliimaa Naannoo Tigraay magaalaa Aksuumitti hijaaba uffatanii akka…
Read More » - ODUU
Dhimmi barattoota musliimaa magaalaa Aksuum hijaaba dhorkaman akka furamu majliisni hubachiise
Finfinnee, Amajjii 02/2025 – Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa dhimma barattoota Musliimaa naannoo Tigraay magaalaa Aksuum keessatti sababa hijaaba…
Read More » - ODUU
Tigraay keessatti waraana booda tamsa’inni dhibee HIV dachaa lamaan dabaluu qorannoon akeeke
Finfinnee, Muddee 05/2024 – Qorannoon dhiheenya kana Inistiitiyuutiin Qorannoo Fayyaa Tigraay (THRI) gaggeesse naannoo Tigraay keessatti tatamsa’inni HIV/AIDS dabaluu mul’ise.…
Read More » - ODUU
‘Tigraay keessatti adeemsi loltoota duraanii hidhannoo hiikkachiisuu ittiin hogganamaa jiru sirrii miti’ – ABUT
Finfinnee, Sadaasa 28/2024 – Adda Bilisummaa Uummata Tigraay Dabratsiyoon Gabramikaa’eliin durfamu, adeemsi hidhattoota hidhannoo hiikkachuu fi deebisanii ijraaruu (DDR) Tigraay…
Read More » - ODUU
“Eertiraa waliin nagaa buusuu barbaanna; kana booda waraanni filannoo ta’uu hin qabu” – Geetaachoo Raddaa
Finfinnee, Sadaasa 18/2024 – Pireezidaantiin Bulchiinsa Yeroo Tigraay Geetaachoo Raddaan qormaanni siyaasaa jiraatuus, bulchiinsi isaanii Eertiraa waliin hariiroo nagaa uumuuf…
Read More » - ODUU
“Bulchiinsa yerooratti fonqolchi mootummaa ifatti raawwatamaa jira” – Bulchiinsa Yeroo Tigraay
Finfinnee, Sadaasa 11, 2024 – Gareen Adda Bilisummaa Ummata Tigraay (ABUT) Dabratsiyoon Gabramikaa’eeliin hogganamu bulchiinsa yeroo Tigraay irratti fonqolcha mootummaa…
Read More »