DALDALA
-
Mootummaan gatii boba’aa irratti daballii hanga birrii 11 gahu taasise
Finfinnee, Bitootessa 24/2025 – Mootummaan Itoophiyaa gatii gurgurtaa oomishaalee boba’aa irratti sirreeffama taasiseera. Haaluma kanaan gatiin beenzilaa liitira tokkoo %11…
Read More » -
Galiin Finfinnee waggaa torba keessa dachaa saddeeti ol dabaluu kantiibaa Adaanach Abeebee dubbatan
Finfinnee, Guraandhala 20/2025 – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Adaanach Abeebee waggoota torban darban keessatti galiin magaalattii dachaa saddeetiin dabaluu isaa beeksisaniiru.…
Read More » -
Hiltan magaalota Adaamaa fi Dirree Dhawaatti hoteelota lama banuuf waliigaltee mallatteesse
Finfinnee, Guraandhala 18/2025 – Dhaabbatni hoteelota idil addunyaa Hiltan magaalota Adaamaa fi Dirree Dhawaatti hoteelota ammayyaa banuuf dhaabbata Hoteelota fi…
Read More » -
Haaromsi dinagdee “ulfaataan” Itoophiyaan taasifte “bu’aa guddaa” argamsiisuuf akka jiru hoggantuun IMF ibsite
Finfinnee, Guraandhala 10, 2025 – Daarektarri Olaanaa Fandii Maallaqa Idil-addunyaa (IMF) Kiriistiinaa Joorjiivaa rakkoon “cimaan” jijjiirama diinagdee guddaa Itoophiyaa mudachuu…
Read More » -
IMF riifoormii gibiraa Itoophiyaa akka deeggaru beeksise, walakkaa 2025 booda qaala’iinsi jireenyaa %25 gahuu danda’a jedhe
Finfinnee Amajjii 30, 2025 – Fandiin Maallaqa Addunyaa (IMF) riifoormii gibiraa Itoophiyaa akka deeggaru ibsuun qaala’iinsi jireenyaa %25tti ol guddachuu…
Read More » -
Liqiin waliigalaa Itoophiyaa waggoota shan keessatti %25.3 dabaluun Doolaara biiliyoona 68.9 gahe
Finfinnee, Amajjii 21/2025 – Liqii alaa fi biyya keessaa dabalatee liqiin waliigalaa mootummaa Itoophiyaa waggoota shanan darban keessatti %25.3 dabaluudhaan…
Read More » -
IMF liqii miliyoona $248 Itoophiyaaf raggaasise
Finfinnee, Amajjii 18, 2025 – Fandiin Maallaqa Addunyaa (IMF) gulaallii marsaa lammaffaa Jimaata darbe taasiseen liqii Doolaara miliyoona 248 Itoophiyaaf…
Read More » -
Daandiin Baaburaa Itoophiyaa-Jibuutii erga hojii eegalee as yeroo jalqabaaf bu’aa argachuu beeksise
Finfinnee, Amajjii 14/2025 – Dhaabbatni Daandii Baaburaa Itiyoo-Jibuutii erga hojii jalqabee as yeroo jalqabaaf kurmaana dhumaa bara 2024tti bu’aa argachuu…
Read More » -
Itoophiyaatti gatiin beenzila yeroo jalqabaatif birrii 100 caale; gatiin naafxaa fi keeroosinii 10% dabaleera
Finfinnee, Amajjii 08/2025 – Mootummaan gatii gurgurtaa oomishaalee boba’aa irratti sirreeffama taasisuu hordofee, gatiin beenzilaa seenaa Itoophiyaa keessatti yeroo jalqabaatiif…
Read More » -
Qaamolee boba’aa “dhoksan” irratti tarkaanfii fudhachuu mootummaan ibse
Finfinnee, Amajjii 06, 2025 – Naannoo Affaaritti konkolaattonni boba’aa fe’anii turan iddoo addaa Sardoo Admaas jedhamutti “dhokatanii” turan too’annoo jala…
Read More »