DALDALA
-
Oduu: Itoophiyaan Dhaabbata Maallaqa Idil-addunyaa irraa liqii dolaara biiliyoona 3.5 argachuuf haasa’aa jirti
Finfinnee, Muddee 19/2023 – Itoophiyaan riiformii diinagdee gaggeessaa jirtuu fi haala diinagdee biyyattii rakkoo keessa jiru furuuf Dhaabbata Maallaqa Idil-addunyaa…
Read More » -
Oduu: Keeniyaafi Gamtaan Awrooppaa waliigaltee daldalaa “guddaa” mallatteessan
Finfinnee Muddee 18, 2023 – Keeniyaafi Gamtaan Awurooppaa waliigaltee tumsa diinagdee “guddaa” kan Keeniyaan gibira maleefi daangaa malee gabaa Awurooppaatti…
Read More » -
Oduu: Itoophiyaan yaada beenyaa dhiheessuun liqeessitoota ishee waliin mari’achuuf karoorfachuu ibsame
Finfinnee, Muddee 15/2023 – Itoophiyaan karaa Ministeera Maallaqaatin marii kaleessa Muddee 14, 2023 liqeessitoota boondii dolaara biiliyoona 1 waliin marii…
Read More » -
Daldala: Baankiin Oromiyaa bu’aa taaksii dura riikardii ta’e birrii biiliyoona 2 argachuu beeksise
Finfinnee, Muddee 11/2023 – Baankiin Oromiyaa bara baajata 2022/23 keessatti bu’aa seenaa baankicha keessatti olaanaa ta’e galmeessuu beeksise. Baankichi bu’aa…
Read More » -
Oduu: Itoophiyaan qarqara sadarkaa liqaa biyya alaa kaffaluu hin dandeenyerra argamti jedhame
Finfinnee, Muddee 09/2023 – Itoophiyaan akkaataa kaffaltii boondii doolaara biliyoona tokko gabaa idil-addunyaatti gurgurte irratti marii liqeessitoota ishee waliin taasifte…
Read More » -
Oduu: “Soomaalii Laand” tika daangaarraa cimsuu ibsite
Finfinnee, Muddee 06, 2023 – Battala rakkoon nageenyaa Galaana Diimaafi Ulaa Daldala Galoo Galaana Eden dabalaa jiru kanatti tika daangaarraa…
Read More » -
Daldala: Inshuraansiin Oromiyaa bara 2023 keessa galii waliigalaa Birrii biiliyoona 1.7 walitti qabuu beeksise
Finfinnee, Muddee 04/2023 – Inshuraansiin Oromiyaa bara xumurame kanatti, galii waliigalaa Birrii biiliyoona 1.7 walitti qabuun, damee inshuraansii Itoophiyaa guddachaa…
Read More » -
Oduu: Haleellaa finciltoonni Yamanii Galaana Dimmaarratti raawwataniin dooniin daldalaa sadi rukutaman, dooniin waraanaa Ameerikaa diroonii sadi kuffise
Finfinnee, Muddee 04, 2023 – Misaa’ela balali’aa finciltoonni Yamanii dhukaasaniin doonii daldalaa sadi Sanbata Guddaa Galaana Diimaa keessatti rukutamaniiru, akkasumas…
Read More » -
Oduu: Dhaabbatni teessoo isaa Dubaay taasise ‘AMEA Power’ Itoophiyaa keessatti pirojektii anniisa humna bubbee 300MW ijaaruufi
Finfinnee, Muddee 04/2023 – Mootummaan Itoophiyaa dhaabbata Gamtaa Emireetota Arabaa kan ta’e ‘AMEA Power’ jedhamu waliin naannoo Somaaleetti anniisa elektirikii…
Read More » -
Oduu: Konkolaachiftoota 40,000 deeggarsa boba’aa seeraan ala fayyadamaa turan irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Sadaasa, 30, 2023 – Konkolaachiftoota deeggarsa booba’aaf taasifamu karaa seeraan alaatiin fayyadamaniiiru jedhe 40,000 irratti tarkaanfii seraa fudhachuu komishinii…
Read More »