Somaaliilaand
- SIYAASA
Somaaliilaand ibsa ministeerri alaa Misrii baase “fudhatama hin qabu” jette
Finfinnee, Adooleessa 8, 2024 – Dhimma waliigaltee handaara galaanaa Itoopiyaafi Somaaliilaand gidduutti taasifameen walqabatee ibsi ministeerri alaa Misrii Baadir Abdallaatii…
Read More » - Uncategorized
Itoophiyaafi Somaaliilaand ji’oota lama keessatti ni waliigaltee biraa mallatteessu jedhame
Finfinnee, Ebla 30, 2024 -Itoophiyaafi Somaaliilaand waliigaltee handaara galaanaa lammaffaa ji’oota lama keessatti kan mallatteessan ta’uu Ministeerri Dhimma Alaa Somaaliilaand…
Read More » - ODUU
Oduu: Itoophiyaan IGAD yaa’ii biraa akka waamu gaafatte
Finfinnee, Guraandhala 01, 2024 – Ministeerri Dhimma Alaa Itoophiyaa yaa’iin addaa biyyoota miseensa Abbaa Taayitaa Mootummoota Misoomaaf Gamtooomanii (IGAD) of keessatti…
Read More » - ODUU
Oduu: Qondaalli Somaaliilaand dubbiin seenaatarri Ameerikaa Ilhaan Omar “haasaa loogii sabummaatiin guutame” jechuun morman
Finfinnee, Amajjii 30, 2024 – Qondaalli Somaaliilaand haasaa seenaatarri Rippbaliikanii Ameerikaa Ilhaan Omar taasifte ”dubbii loogii sabummaatiin guutameedha” jechuun mormaniiru.…
Read More » - ODUU
Oduu: EZEMA’n waliigalteen Itoophiyaafi Somaaliilaand gidduutti raawwatame “milkaa’ina diiploomasii guddaadha” jedhe
Finfinnee, Amajii 18, 2024 – Paartiin Lammilee Itoophiyaa walqixxummaa Hawaasummaaf (Ezema) ibsa har’a baaseen, waliigalteen Itoophiyaafi Somaaliilaand gidduuutti mallattaa’e “milkaa’ina…
Read More » - ODUU
Oduu: Itoophiyaan ibsa Liigiin Arabaa baase cimsitee mormite
Finfinnee, Amajjii, 17, 2024 – Itoophiyaan ibsa Liigiin Arabaa baase cimsitee kan mormitu ta’uu Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Itoophiyaa Ambaasaaddar…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Gamtaan Afrikaa Itoopiyaafi Somaaliyaan “miirasaanii akka too’atan, waldhabdee akka qabaneessaniifi marii hiika-qabeessa akka taasisan” gaafate
Finfinnee, Amajjii 18, 2024 – Gamtaa Afrikaatti manni maree nagaa fi tasgabbii Itoophiyaafi Somaaliyaan “jiraachuu akka too’atan akka too’atan, waldhabdee…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Gamtaan Afrikaa waldhabdee Itoophiyaafi Somaaliyaarratti kan mari’atu ta’uu ibse
Finfinnee Amajjii 17, 2024 – Haasaa baniinsaa dura taa’aan mana maree nagaa fi tasgabbii erga taasisee booda Gamtaa Afrikaatti ergamaan Gaanaa…
Read More » - ODUU
Oduu: Xiyyaarri Itoophiyaa gara Hargeessaa balali’aa ture mootummaa Somaaliyaatiin dhorkamuun gara Finfinnee deebi’uu gabaafame
Finfinnee, Amajjii 17, 2024 – Xiyyaarri Itoophiyaa ganama har’aa gara magaala guddoo Somaaliilaand Hargeessaa balali’aa ture mootummaa Somliaayaatiin dhoorkamuun gara…
Read More » - ODUU
Oduu: Somaaliyaan Itoophiyaarratti waraana banuuf dhaadachuun gabaafame
Finfinnee, Amajjii 15, 2024 – Itoophiyaan naannoo ishee fottoquuf jirtu “Somaaliilaandiif” beekamtii kan kennituufi buufata doonii kan ijaarrattu yoo ta’e…
Read More »