Somaaliyaa
- ODUU
Somaaliyaan miseensa Mana Maree Nageenyaa Gamtaa Afrikaa tahuuf kadhimamaa gochuun of dhiyeessite
Finfinnee, Amajjii 10/2024 – Torban muraasa dura Itoophiyaan miseensa ta’uuf kaadhimamaa kan itti taate Mana Maree Nageenya fi Tasgabbii Afrikaaf,…
Read More » - ODUU
Itoophiyaan ergama AUSSOM bu’a qabeessa taasisuuf Somaaliyaa waliin tumsaan akka hojjettu ibsite
Finfinnee, Amajjii 03/2025 – Itoophiyaan humna nagaa kabachiisaa haaraa Somaaliyaa keessatti ergama haaraa kennameef bobbaafamu (AUSSOM) bu’a qabeessa taasisuuf Somaaliyaa…
Read More » - ODUU
Pireezidantiin Turkiyee Erdohaan jalqaba bara 2025tti Itoophiyaa fi Somaaliyaa daawwachuufi
Finfinnee, Muddee 16/2024 – Torban darbe dureewwan Itoophiyaa fi Somaaliyaa Ankaaraatti mariisisanii kan araarsan Pirezidaantiin Turkiyee Rasip Xayip Erdohaan, baatii…
Read More » - ODUU
Ameerikaa dabalatee biyyoota fi dhaabbileen garagaraa ‘Waliigaltee Ankaaraa’ akka deeggaran ibsan
Finfinnee, Muddee 13/2024 – Gamtaa Afrikaa fi Ameerikaa dabalatee dhaabbilee fi biyyoonni addunyaa hedduun Waliigaltee Ankaaraa Muddee 11, 2024 Ministira…
Read More » - ODUU
Itoophiyaa fi Somaaliyaa “garaagarummaa fi dhimmoota falmisiisaa gidduu isaanii jiran dhiisuuf” waliigalan
Finfinnee, Muddee 12/2024 – Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahimad fi Pireezdaantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Mohaammad kaleessa Mudde 11, 2024, marii…
Read More » - ODUU
Itoophiyaan Galaana Diimaa irratti “dantaa biyyaalessaa hin raafamne” akka qabdu MM Abiy Ahimad ibsan
Finfinnee, Onkoloolessa 31/2024 – Ministirri Muummee Abiy Ahimad har’a Onkoloolessa 31, 2024 Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti gaaffii dhiyaateef wayita…
Read More » - ODUU
Somaaliyaan dippilomaatiin Itoophiyaa ‘sa’aatii 72 keessatti biyyattii gadhiise akka bahu’ ajaja dabarsite
Finfinnee, Onkoloolessa 30/2024 – Ministeerri Dhimma Alaa Somaaliyaa dippilomaatiin Itoophiyaa tokko “hojii gahee dippilomaasii isaa waliin wal hin simne irratti…
Read More » - AF-GAAFFII
“Somaalilaand biyya kamiinuu waliin waliigaltee taasisuuf mirga qabdi” – Mohaammad Abdillaahi Omar, hogganaa paartii mormituu
Jalqaba bara 2024 Itoophiyaa fi Somaalilaand, kan mootummaan federaalaa Somaaliyaa akka qaama bulchiinsa ofiitti ilaalu, gidduutti waliigalteen wal-hubannaa mallattaa’uun Gaanfa…
Read More » - ODUU
Somaaliyaan biyyoota ergama nagaa kabachiisaa Gamtaa Afrikaaf loltoota gumaachan filachurratti ‘ofii nan murteessa’ jette
Finfinnee, Onkoloolessa 24/2024 – Ministeerri Dhimma Alaa Somaaliyaa ergama nagaa kabachiisaa Gamtaa Afrikaa dhufuuf biyyi kamtu loltoota gumaachuu danda’a kan…
Read More » - ODUU
Itoophiyaa fi biyyoonni loltoota gumaachan biroo ergama nagaa kabachiisaa Somaaliyaa haaraa keessa itti fufuuf fedhii qabaachuu ibsan
Finfinnee, Onkoloolessa 19/2024 – Itoophiyaa dabalatee Ministiroonni Ittisaa biyyoota Somaaliyaatti Ergama Ce’umsaa Gamtaa Afrikaa (ATMIS) irratti loltoota gumaachan biroo ergama…
Read More »