Somaaliyaa
- SIYAASA
Oduu: Somaaliyaa fi Turkiin waliigaltee waraanaa mallatteessan
Finfinnee, Guraandhala 09/2024 – Waliigaltee ulaa galaanaa Itoophiyaa fi Somaalilaand gidduu mallatteeffame hordofee hariiroo Itoophiyaa waliin qabdu kan hammaate Somaaliyaan,…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Mootummaan Somaaliyaa Itoophiyaa waliin walitti bu’uuf fedhii kan qabu natti hin fakkaatu: MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Guraandhala 06/2024 – Ministirri Muummee Abiy Ahimad har’a Guraandhala 06 Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataatti dhiyaatanii gaaffiilee miseensota mana…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Somaaliyaatti haleellaa hidhattootni raawwataniin baqattootni Oromoo torba ajjeefaman
Finfinnee, Guraandhala 06/2024 – Kibba Somaaliyaa naannoo Geedoo bulchiinsa Balad Hawoo jedhamu keessatti haleellaa hidhattootni “uffata waraana biyyattii uffatan” Dilbata…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Lammiileen Itoophiyaa Somaaliyaa keessa jiran irratti “balaan lubbuu aggaamamuu” himan
Finfinnee, Guraandhala 02/2024 – Jalqaba baatii darbe keessa mootummaan Itoophiyaa Somaalilaand waliin waliigaltee wal-hubannaa ulaa galaanaa mallatteessuu hordofee lammiilee Itoophiyaa…
Read More » - ODUU
Oduu: Itoophiyaan IGAD yaa’ii biraa akka waamu gaafatte
Finfinnee, Guraandhala 01, 2024 – Ministeerri Dhimma Alaa Itoophiyaa yaa’iin addaa biyyoota miseensa Abbaa Taayitaa Mootummoota Misoomaaf Gamtooomanii (IGAD) of keessatti…
Read More » - ODUU
Oduu: Dhaabbanni Mootumoota Gamtoomanii dhimma Itoophiyaafi Somaaliyaarratti har’a mari’ata
Finfinnee, Amajjii 29, 2024 – Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti manni marii nageenyaa dhimma waldhabdee Itoophiyaafi Somaaliyaarratti guyyaa har’aa waaree booda ni…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Pireezidaantiin Somaaliyaa, Itoophiyaan waliigaltee Somaalilaand waliin mallatteessite hojiirra akka hin oolchine akeekkachiisan
Finfinnee, Amajjii 24/2024 – Pireezdaantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Mohaammad, Itoophiyaan waliigaltee ulaa galaanaa Somaalilaand waliin mallatteessite gara hojiitti jijjiiruuf sochii…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Pireezdaantiin Masrii Abdal Fattaah Al-Sisii deeggarsa Somaaliyaatif qaban ibsuun kallattiidhaan Itoophiyaa doorsisan
Finfinnee, Amajjii 22/2024 – Dhuma torbee darbetti Pirezdaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mohaammad waliin masaraa isaanii Kaayiroo argamutti kan mari’atan Pireezdaantiin…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Waliigalteen abbaa biyyummaa Somaaliyaa ilaallatu kamuu “eeyyama biyyattii irratti kan hundaa’e” ta’uu qaba: IGAD
Finfinnee, Amajjii 19/2024 – Dhimma waldhibdee tibbana Itoophiyaa fi Somaliyaa gidduu uumame fi waraana Sudaan irratti kaleessa Ugaandaatti walga’ii addaa…
Read More » - ODUU
Somaaliyaa: Itoophiyaan waliigaltee Somaaliiland waliin goote addaan kuttu malee Somaaliyaan marii kan eeggalle ta’uu miniseerri dhimma alaa ibse
Finfinnee, Amajjii 18, 2024 – Waamicha manni marii nagaafi tsagabbii Gamtaa Afrikaa Itoophiyaafi somaaliyaan “miirasaanii too’achuun, waldhabdee qabbanessuun, marii hiika-qabeessa…
Read More »