Sudaan
- SIYAASA
Oduu: Ajajaan Humna Saffisaa Sudaan Finfinnee galan; Mariin Jibuutiitti gaggeesuun karoorfame gara yeroo biraatti darbeera
Finfinnee, Muddee 28/2023 – Ajajaan Humna Saffisaa Sudaan (RSF) Jeneraal Mohaammad Hamdaan Daagaaloo “Heemeetii” har’a ganama magaalaa Finfinnee galaniiru. Jeneraalichi…
Read More » - ODUU
Oduu: Mariin hidha haaromsaa marsaa 4ffaa waliigaltee malee goolabame
Finfinnee, Muddee 20, 2023 – Mariin gar-sadee dhimma hidha haaromsaarratti Finfinneetti gaggeeffamaa ture milkii malee xumuramuu ministeeroonni Itoophiyaafi Misraa beeksisan.…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Marii Hidha Haaromsaa marsaa arfaffaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Muddee 18/2023 – Mariin gam-sadee Hidha Haaromsaa biyyoota Itoophiyaa, Masrii fi Sudaan gidduu gaggeeffamu marsaa 4ffaan Finfinneetti gaggeeffamaa jira. …
Read More » - SIYAASA
Oduu: Qaamoleen Sudaan keessa walwaraanaa jiran waliigaltee dhukaasa dhaabuu mallatteessuuf waliigalan
Finfinnee, Muddee 11/2023 – Dura taa’aan Mana Maree Abbaa Biyyummaa Sudaan Abdal Fattaah Al-Burhaan fi hogganaan Humnoota Deeggarsa Saffisaa (RSF)…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Mootummaan Sudaan ergamni siyaasaa UN biyyattiitti qabu atattamaan akka addaan citu gaafate
Finfinnee, Sadaasa 17/2023 – Mootummaan Sudaan xalayaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti erge fi Addis Standardiin ilaalame irratti, ergama siyaasaa Dhaabbata Mootummoota…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Mariin gam-sadee marsaa 3ffaa dhimma Hidha Haaromsaa irratti Kaayirootti gaggeeffamaa ture xumurame
Finfinnee, Onkoloolessa 25/2023 – Mariin marsaa sadaffaa biyyoota sadii dhimma Hidha Haromsaa irratti Kaayirootti gaggeessaa turan xumuramuu ibsame. Ameerikaatti Ambaasaaddara…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Konfiraansiin dhimma Sudaan irratti mari’atu boru magaalaa Finfinneetti eegala
Finfinnee, Onkoloolessa 20/2023 – Dhaabbileen Siiviilii Sudaan guyyaa boru Onkoloolessa 21, 2023 irraa eegalee magaalaa Finfinneetti konfiraansii rakkoo nageenyaa Sudaan…
Read More » - DHIMMA HAWAASAA
Oduu: Baqattoonni lola Sudaan dheessuun gara Itoophiyaa galan 85,400 ol ta’uu UN beeksise
Finfinnee, Onkolooleessa 18, 2023 – Namoonni waraana Sudaan dheessuun gara Itoophiyaa galan 85,400 caaluu Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti qindeessaan dhimma baqattoota…
Read More » - DALDALA
Oduu: Itoophiyaan bara kana humna elektirikaa giiggaa waatii 3000 ta’u biyyoota ollaaf gurgurtaan dhiyeessuuf karoorfachuu beeksiste
Finfinnee, Onkoloolessa 16/2023 – Itoophiyaan bara 2016 ALI keessatti biyyoota ollaa sadi, jechuun Sudaan, Keeniyaa, fi Jibuutiif humna elektirikaa Giiggaa…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Mariin biyyootni sadan dhimma Hidha Haaromsaa irratti Kaayirootti gaggeessan bu’aa malee xumuramuu Masriin beeksiste
Finfinnee, Hagayya 29/2023 – Marii bakka bu’ootni Itoophiyaa, Sudaan fi Masrii dhimma Hidha Haaromsaa irratti guyyoota lamaan darbaniif Kaayirootti gaggeessaa…
Read More »