Keeniyaa
- DHIMMA HAWAASAA
Oduu: Dubartootni Itoophiyaa karaa seeraan ala Keeniyaa seenan 26 to’annoo Poolisii jala oolan
Finfinnee, Fulbaana 05/2023 – Poolisiin Keeniyaa Aanaa Muraangaa dubartoota Itoophiyaa 26 seeraan ala gara aanicha seenan to’annaa jala oolchuu miidiyaaleen…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Ergamaa Addaa Ameerikaa Maayik Haamar daawwannaa hojii guyyaa kudhaniif gara Itoophiyaa fi Keeniyaa imalan
Finfinnee, Hagayya 29/2023 – Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa Ameerikaa Maayik Haamar har’a Hagayya 29, 2023 irraa eegalee hanga Fulbaana 8,…
Read More » - DALDALA
Oduu: Keeniyaan daandii baaburaa Itoophiyaa waliin wal qunnamsiisu dolaara biiliyoona 13 oliin ijaaruufi
Finfinnee, Hagayya 23/2023 – Keeniyaan ijaarsa daandii baaburaa saffisaa elektriikaa Galaana Indiyaa buufata doonii Laamuu irraa ka’uun Itoophiyaa fi Sudaan…
Read More » - DALDALA
Oduu: Waliigaltee Itoophiyaa fi Somaaliyaa gidduutti godhame hordofuun gabaa jimaa Keeeniyaa gadi bu’e
Finfinnee Hagayya 12, 2023 – Waliigaltee Itoophiyaa fi Somaaliyaa gidduutti godhame hordofuun gabaan jimaa qonnaanbultoota Keeniyaa gadi bu’aa dhufuu miidiyaan Keeniyaa tokko gabaaseera.…
Read More »