SEERA FI HAQA
-
‘Yakka dubartoota fi daa’imman irratti raawwataman ilaalchisee seerri adabbii hojiirra jiru fooyya’uu qaba’
Finfinnee, Hagayya 20/2024 – Naannoo Amaaraa magaalaa Baahirdaaritti haala suukanneessaan gudeedamtee kan ajjeefamte daa’ima waggaa torba Heevan Awwat, yakki irratti…
Read More » -
Obbo Taayyeen himata irratti dhiyaate sadi keessaa lamaan bilisa jedhaman, tokko akka ofirra ittisan murtiin darbeera
Finfinnee, Hagayya 06/2024 – Mana Murtii Olaanaa Federaalaa Ramaddii Lidataatti dhaddacha tokkoffaa kan yakkoota heeraafi sirna heeraa irratti raawwataman ilaalu…
Read More » -
Obboleessi Battee Urgeessaa ‘hatattamaan, haal-duree tokko malee’ akka gadhiifamu HRW gaafate
Finfinnee, Hagayya 06/2024 – Ajjeechaa qondaala siyaasaa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Battee Urgeessaa booda to’annoo jala kan oolan obboleessi isaanii…
Read More » -
Qondaaltota ABO seeraan ala hidhamuun isaanii sirna haqaa Itoophiyaa irratti balaadha
Finfinnee, Hagayya 05/2024 – Torbanoota darban keessa Ministirri Muummee Abiy Ahimad hoggantoota paartilee mormitoota adda addaa Itoophiyaa keessatti socho’an waliin…
Read More » -
Barattoonni 15 ol ji’oota lamaaf Shaashamanneetti hidhaman mana murtiitti hin dhiyaanne
Finfinnee, Adooleessa 25, 2024 – Barattoonni 15 ol magaala Shaashamanneetti ji’oota lamaa oliif hidhamanii argaman mana murtiitti hin dhiyaatiin jiraachuu…
Read More » -
Obboleessi Battee Urgeessaa akka gadhiifamu manni murtiin ajajuus poolisiin eeyyamoo akka hin taane maatiin himan
Finfinnee, Adoolessa 18/2024 – Ajjeechaa qondaala siyaasaa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Battee Urgeessaa booda to’annoo jala kan oole obboleessi isaanii…
Read More » -
Sudaan Kibbaa waliigaltee laga Abbayyaa raggaasifte
Adoolessa 11, 2024 – Mariiwwan garaagaraa gaggeeffaman hordofuun paarlaamaan biyyaalessaa Sudaan Kibbaa waliigaltee haala itti fayyadama bishaan Abbayyaa raggaasiseera. Ministirri Haqaa…
Read More » -
Waaqeffattoonni Baabbileetti hidhaman gadhiifamanis dorsiiniifi reebichi itti fufee jiraachuu ibsame
Geetahun Laggasaatiin @Birmaduu2 Waxabajjii 29, 2024 – Waaqeffattoonni Godina Harargee Bahaa aanaa Baabbileetti tibbana hidhaman gadi lakkifamanis reebichiifi doorsisni itti…
Read More » -
Maatiin miseensa mana maree naannoo Somaalee rasaasa poolisiin ajjeefaman ‘haqa sirrii dhabne’ jedhan
Finfinnee, Waxabajjii 29/2024 – Maatiin miseensa Mana Naree Naannoo Somaalee fi Koree Giddu-galeessaa Paartii Badhaadhinaa duraanii waggaa tokkoofi ji’a sagal…
Read More » -
Manni murtii Maalaawwii du’a godaantota Itoophiyaa 29 walqabatee himata ilma pirezidaanii duraanii irratti dhiyaate addaan kute
Finfinnee, Waxabajjii 20/2024 – Ilmi pireezidaantiin duraanii Malaawwii kan ta’e Taadikiiraa Maafubzaa daddabrsa namaafi godaantota Itoophiyaa waggaa lama dura Malaawwiitti…
Read More »