DHIMMA HAWAASAA
-
Miidhaan saalaa dubartoota fi shamarran irratti raawwatamu dabalaa dhufuun hariiroo hawaasummaa Itoophiyaa booressaa jira. Itti gaafatamummaa mirkanaa’u malee rakkoo hamaatu dhufuuf jira
Finfinnee, Hagayya 23/2024 – Torban darbe taatee guutummaa biyyattii rifaatuun raase dhagahame. Kunis seenaa daa’ima ganna torbaa Heevan Awwat kan…
Read More » -
Konfedereeshinichi mindaan hojjettoota dhaabbilee dhuunfaatiif akka dabalamuufi gulantaan mindaan gadiaanan akka murteeffamu gaafate
Jijjiirama diinagdee hordofuun hojjaettoota dhaabbilee dhuunfaatiif mindaan akka dabalamuufi gulantaan mindaa gadi aanaa akka murteeffamu Konfedereeshiniin Hojjettoota Itoophiyaa gaafate. Jijiirama…
Read More » -
Reeffi namoota saddeet hanga ammaa hin argamne, barbaachi itti fufeera: Bulchiinsa Aanaa Gazzee Goofaa
Finfinnee, Adoolessa 29/2024 – Naannoo Kibba Itoophiyaa godina Goofaa aanaa Gazzee Goofaatti balaa sigiga lafaa torban darbe qaqqabeen hanga ammaatti…
Read More » -
Gurmuun ogeeyyii fayyaa Ameerikaatti hundeeffame tola ooltummaan wal’aansa onnee laachuuf gara Itoophiyaa ni imaluufi
Finfinnee, Adoolessa 26/2024 – Dhaabbanni tola ooltummaa Hart Attaak Itoophiyaa (Heart Attack Ethiopia) jedhamu kan ogeessa wal’aansa dhibee onnee Ameerikaa,…
Read More » -
Kaafaatti balaa sigiga lafaa mudateen maatii tokko keessa lubbuun namoota sadi darbe
Finfinnee, Adoolessa 26/2024 – Naannoo Kibba Lixaa Itoophiyaa godina Kaafaa aanaa Dechaatti rooba Roobii Adoolessa 24, 2024 halkan roobe hordofee…
Read More » -
Haadiyyaatti hojjettoonni hospitaalaa 300 ol mindaan hin kaffalamneef lagannaa hojii gaggeessaa jiru
Finfinnee, Adoolessa 23/2024 – Naannoo Giddugaleessa Itoophiyaa godina Haadiyyaa aanaa Baadawaachoo keessatti kan jiraatan hojjettoonni hospitaala sadarkaa tokkoffaa Shonee 300…
Read More » -
Balaa sigigachuu lafaa godina Goofaatti mudateen lakkoofsi namoota du’an 157 gahe
Finfinnee, Adoolessa 23/2024 – Naannoo Kibbaa Itoophiyaa godina Goofaa aanaa Kennichoo Shaachaatti balaa sigigaachuu lafaa Adoolessa 22, 2024 mudateen hanga…
Read More » -
Naannoo Amaaraatti haleellaa kaampii baqattootaa irratti raawwatameen baqattoonni Sudaan lama ajjeefaman
Finfinnee, Adoolessa 22/2024 – Naannoo Amaaraa godina Gondar Lixaatti kan argamu kaampii dahoo baqattootaa Awlaal irratti haleellaa Sanbata darbe Adoolessa…
Read More » -
Qaamoleen nageenyaa gocha maallaqaaf jecha nama ugguruu dhaabsisuu dadhabuun isaanii rakkoo biyyaalessaati. Yeroon tarkaanfiin fudhatamu qabu amma!
Finfinnee, Adoolessa 19/2024 – Taatee gaddisiisaa fi yeroorraa gara yerootti baratamaa dhufeen, lammiileen Itoophiyaa ammas jalqaba baatii kanatti oduu baay’ee…
Read More »