DHIMMA HAWAASAA
-
Gabaasni FAO-WFP Itoophiyaa biyyoota beelaan hubamuuf jiran keessatti ramade
Finfinnee, Adoolessa 19, 2024 – Gabaasni Dhaabbanni Nyaataafi Qonnaafi Sangantaan Nyaataa Addunyaa (FAO-WFP) waloon baasan Itoophiyaa biyyoota Afrikaa beelaan hubamuuf jiran…
Read More » -
Naannoo Amaaraatti walitti bu’iinsa naannawaa kaampii baqattootaatti mudateen poolisoonni federaalaa 9 ajjeefaman
Finfinnee, Adoolessa 18/2024 – Naannoo Amaaraa iddoo kaampii baqattoota Sudaanitti dhihoo jirutti walitti bu’iinsa humnoota nageenya mootummaa fi hidhattoota gidduu…
Read More » -
Paartiin Saalsaay Wayyaanee adeemsa buqqaatota Tigraay gara qe’ee isaanitti deebisu irratti yaaddoo akka qabu ibse
Finfinnee, Adoolessa 16/2024 – Paartiin mormituu naannoo Tigraay keessa socho’u Salsaay Wayyaanee Tigraay ibsa baaseen adeemsi buqqaatota Tigraay gara qe’ee…
Read More » -
Oromiyaatti buqqaatonni miliyoona 1 ol ammallee gara qe’ee isaaniitti akka hin deebine UN ibse
Finfinnee, Adoolessa 16/2024 – Naannoo Oromiyaa keessatti lammiileen sababa walitti bu’iinsaa fi hongeetin qe’ee isaanii irraa buqqa’an keessaa kuma 37…
Read More » -
Waldaan Maccaa fi Tuulamaa hundeeffama isaa waggaa 60ffaa kabaje
Finfinnee, Adoolessa 15/2024 – Waldaan Wal-gargaarsa Maccaa fi Tuulamaa hundeeffama isaa waggaa 60ffaa kaleessa magaalaa Finfinnee, Giddugala Aadaa Oromootti kabajeera.…
Read More » -
Maatiin barattoota ugguraman ibsi mootummaan “gadi lakkifamaniiru” jechuun baase ‘dhugaa miti’ jedhan
Finfinnee, Adoolessa 11/2024 – Mootummaan Naannoo Oromiyaa barattoota yuunivarsiitii 160 torban darbe yuunivarsiitii Dabaarq irraa gara Finfinnee osoo imalaa jiranii…
Read More » -
Baqattoonni Itoophiyaafi Eertiraa Sudaan keessa argaman balaaf saaxilamuu HRW ibse
Finfinnee, Waxabajjii 10/2024 – Waraanni Sudaan gara mooraa baqattootaatti dhiyaachaa dhufuu hordofuun lubbuun baqattoota Itoophiyaafi Eertiraa Sudaan Bahaatti argamanii balaadhaaf saaxilamee jiraachuu…
Read More » -
Maatiin barattoota yuunivarsiitii hidhattootaan ugguraman maallaqa humnaa ol gaafatamaniin dhiphachuu himan
Finfinnee, Adoolessa 10/2024 – Maatiin barattoota yuunivarsiitii 100 ol torban darbe naannoo Amaaraa irraa gara Finfinnee osoo imalaa jiranii naannoo…
Read More » -
Adaamaatti mormii diiggaa manneen jireenyaan walqabatee lubbuun namaa darbe
Finfinnee, Adoolessa 04/2024 – Naannoo Oromiyaa magaalaa Adaamaa kutaa magaalaa Bokkuu Shanan keessatti diiggaa manneen jireenyaa “seeraan ala” jedhamaniin walqabatee…
Read More » -
Buqqaatonni 1,400 ol gara godina Kaaba Lixa Tigraayitti deebifaman
Adoolessa 01, 2024 – Buqqaatonni 1,400 ol godina Kaaba Lixa Tigraay aanaa Tsallamtiitii buqqaafamanii turan deebifamuu miseensi koree deebisanii ijaaruu…
Read More »