DHIMMA HAWAASAA
-
Waaqeffattoonni Baabbileetti hidhaman gadhiifamanis dorsiiniifi reebichi itti fufee jiraachuu ibsame
Geetahun Laggasaatiin @Birmaduu2 Waxabajjii 29, 2024 – Waaqeffattoonni Godina Harargee Bahaa aanaa Baabbileetti tibbana hidhaman gadi lakkifamanis reebichiifi doorsisni itti…
Read More » -
Naannoleen gargaarsa hatattamaa hanga 70% ofiisaanitti akka dhiyeessan mootummaan federaalaa murteesse
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2024 – Mootummaaleen naannolee omisha mataasaanii omishuuniifi baajata ramaduun balaa tasaa mudatuuf gargaarsa hatattamaa hanga 70% akka…
Read More » -
Harargee Bahaa aanaa Baabbileetti amantoonni Waaqeffannaa 80 ol hidhaman
Finfinnee, Waxabajjii 27/2024 – Naannoo Oromiyaa godina Harargee Bahaa aanaa Baabbileetti Jimaata darbe Waxabajjii 21, 2024 yaa’ii walakkeessa waggaa amantii…
Read More » -
Godina Waagimraatti weerara dhibee gifiraa mudateen lubbuun daa’imman 15 darbe
Finfinnee, Waxabajjii 22/2024 – Naannoo Amaaraa Bulchiinsa Waagimraatti weerara dhibee Gifiraa hongeen walqabtee mudateen lubbuun daa’imman 15 darbuu waajjirri fayyaa…
Read More » -
Godinaalee Gujii lamaanitti gudeeddii, ajjeechaa seeraan alaa dabalatee sarbiinsi mirga namoomaa hamaa raawwatameera: Qorannoo
Finfinnee, Waxabajjii 17/2024 – Dhaabbatni miti mootummaa Giddugala Guddina Mirgaa fi Dimokraasii (CARD) jedhamu haala qabiinsa mirga namoomaa godinaalee Gujii…
Read More » -
Wallagga Lixaatti weerarri dhibee busaa akka haaraatti mudate lubbuu namootaa galaafate
Finfinnee, Waxabajjii 15/2024 – Naannoo Oromiyaa godina Wallagga Lixaatti waqtiin gannaa eegaluun walqabatee weerara dhibee busaa akka haaraatti mudateen torban…
Read More » -
Badhaasni Haacaaluu Hundeessaa bara kanaa Waxabajjii 29 gaggeeffamuuf ta’uu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2024 – Badhaasni Haacaaluu Hundeessa marsaa sadaffaa bakka kaadhimamtoonni fi keessummoonni argamanitti Waxabajjii 29, 2024 kan gaggeeffamu ta’uu…
Read More » -
Qonnaan bultoonni Harargee sababa ‘kufaatii gabaa jimaan’ kadhaaf saaxilamuu himan
Geetahun Laggasaatin @Birmaduu2 Finfinnee, Caamsaa 30/2024 – Aliyyii Kadir qonnaan bulaa godina Harargee Bahaatti waggoota dheeraaf oomisha Jimaatin jireenya isaa…
Read More »