Masrii
- ODUU
Somaaliyaa, Eertiraa fi Masriin ‘Somaaliyaan daangaa lafaa fi galaana ishee akka eegdu’ tumsuuf waliigalan
Finfinnee, Onkoloolessa 11/2024 – Eertiraa, Masrii fi Somaaliyaan marii gam-sadee kaleessa Onkoloolessa 10, 2024 Asmaraatti taasisan booda booda ibsa waloo…
Read More » - ODUU
Pirezidaantiin Masrii gaggeessitoota Eertiraa fi Somaaliyaa waliin ‘marii gam-sadee gaggeessuuf’ Asmaraa galan
Finfinnee, Onkoloolessa 10/2024 – Pirezidaantii Masrii Abdal Fattaah al-Siisiin, pirezidaantii Eertiraa Isaayyaas Afawarqii fi pirezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mohaammad waliin…
Read More » - ODUU
Masriin ‘gocha Afrikaa tasgabbii dhabsiisuu irraa akka of qusattu’ Itoophiyaan hubachiiste
Finfinnee, Fulbaana 30/2024 – Masriin ejjennoo mirga Itoophiyaan qabeenya uumamaa isheetin fayyadamuun misoomuuf qabdu dhiibuu agarsiisaa jirtu fi “gocha Afrikaa…
Read More » - XIINXALA
Masriin waldhabdee Itoophiyaa fi Somaaliyaa keessa maaliif harka galfatte?
Finfinnee, Fulbaana 24/2024 – Jalqaba bara 2024 keessa taateen siyaasaa rakkoo bal’aa qaqqabsiise Gaanfa Afrikaatti mudate. Itoophiyaa fi Somaalilaand waliigaltee…
Read More » - ODUU
Masriin si’a lammataaf meeshaalee waraanaa gurguddoo gara Somaaliyaa ergite
Finfinnee, Fulbaana 23/2024 – Dooniin fe’umsa waraanaa Masrii kaleessa Fulbaana 22, 2024 meeshaalee waraanaa gurguddoo fi misaa’elii farra xiyyaara waraanaa…
Read More » - ODUU
Baqattoonni Itoophiyaa Masrii keessa jiraatan ‘hidhaa fi dararaan nutti hammaate’ jedhan
Finfinnee, Fulbaana 20/2024 – Dhimma Hidha Haaromsaa irratti waldhabdeen Masrii fi Itoophiyaa gidduu jiru wayita hammaataa dhufetti, godaantota fi baqattoonni…
Read More » - GULAALLI
Mirgi Abbayyaatti fayyadamuun Itoophiyaaf dhimma birmadummaati, biyyoota yaa’a lagichaa gidduu itti fayyadamni wal-qixaa fi madaalawaa ta’e jiraachuu qaba!
Finfinnee, Fulbaana 18/2024 – Lagni dheeraa addunyaa kan ta’e Abbayyaan biyyoota Afrikaa hedduu keessa qaxxaamuruun miliyoonotaaf madda bishaanii, anniisaafi jireenyaa…
Read More » - ODUU
Itoophiyaan doorsisa fi iyyannoo Masriin dhiyeessitu “himannaa bu’uura hin qane” jechuun kuffiste
Finfinnee, Fulbaana 09/2024 – Ministeerri Dhimma Alaa Itoophiyaa xalayaa tibbana Masriin Mana Maree Nageenyaa Dhaabbata Biyyoota Gamtoomaniitti barreessite morme. Doorsisa…
Read More » - ODUU
Masriin guutinsa bishaanii Hidha Haaromsaa “guutummaan guutuutti akka hin fudhanne” ibsite
Finfinnee, Fulbaana 02/2024 – Guutinsa marsaa shanaffaa Hidha Haaromsaa hordofee Masriin xalayaa Mana Maree Nageenyaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti ergiteen, adeemsi…
Read More » - ODUU
Somaalilaand waraanni Masrii Somaaliyaatti bobbaafamuu cimsitee mormite
Finfinnee, Hagayya 30/2024 – Bulchiinsi of-bulchuu labsite Somaalilaand waraanni Masrii Somaaliyaa keessa bobbaafamu cimsitee kan mormitu ta’uu ibsite. Ministeerri Dhimma…
Read More »