DHIMMA HAWAASAA
-
Oduu: Buqqaatoonni Lixa Oromiyaatti kaampii buqqaatotaa irraa dirqamaan baafaman rakkoof hamaaf saaxilamuu himame
Finfinnee, Onkoloolessa 05/2023 – Buqqaatoonni Lixa Oromiyaa, keessattuu godinaalee Horroo Guduruu Wallaggaa fi Wallagga Bahaatti sababa rakkoo nageenyaan qe’ee fi…
Read More » -
Oduu: Weerarri dhibeewwanii fi rakkoo hanqina nyaataa Lixa fi Kibba Lixa Oromiyaatti mudate birmannaa qaamolee keessaa fi alaa barbaada – ABO
Finfinnee, Onkoloolessa 03/2023 – Lixa Oromiyaa Godinaalee Wallagga Lixaa, Qeellam Wallaggaa fi Horroo Guduruu Wallaggaa, akkasumas Kibba Lixa Oromiyaa Godinaalee…
Read More » -
Oduu: Lixa Oromiyaatti weerara Busaatin dararamaa kan jiru hawaasni Aanaa Beegii hanqinni nyaataa rakkoo dabalataa itti ta’uu himame
Finfinnee, Fulbaana 30/2023 – Weerara dhibee Busaa godinaalee Lixa Oromiyaa keessatti ji’a sadan darban keessa babal’achaa jiru ammallee hammaatee jira.…
Read More » -
Oduu: Naannoo Tigraayitti waliigaltee nagaarra erga gahame booda namootni 1300 ol sababa beelaan du’aniiru – Qorannoo
Finfinnee, Fulbaana 26/2023 – Dhuma bara 2022tti mootummaa federaalaa fi humnoota Tigraay gidduu waliigaltee nagaa erga mallatteeffame booda Naannoo Tigraay…
Read More » -
Oduu: Baqattoonni biyyoota ollaa Naannoo Gaambeellaa keessaa jiran beelaan du’aa jiraachuu KMNI ibse
Finfinnee, Fulbaana 21/2023 – Baqattoonni biyyoota ollaa irraa gara Gaambeellaatti kooluu galan sababa beelaa fi hanqina nyaataatiin du’aa jiraachuu Komishiniin…
Read More » -
Oduu: Wiirtuu tursiisaa magaalaa Shaggar aanaa Sidaa Awaash argamutti dhukkuba daddarboo uumameen namootni sadi du’uu KMNI ibse
Finfinnee, Fulbaana 20/2023 – Komishinii Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa (KMNI) ibsa Fulbaana 15 baaseen, magaalaa Shaggar kutaa magaalaa Galaan Aanaa Sidaa…
Read More » -
Oduu: Hojjattoonni aanaa Gooroo Doolaa caaseffama haaraa mormuun gadhiisanii ture gita hojiisaaniitti deebi’an
Geetahun Laggasaatiin @Birmaduu2 Finfinnee Fulbaana 20, 2023 – Qajeelfama Mootummaa Naannoo Oromiyaa (MNO) irraa darbeen hojjattoonnii fi aanga’oonni aanaa Gooroo…
Read More » -
Oduu: Naannoo Gaambeellaatti aanaalee sagal keessatti balaan lolaa mudateen jiraattonni qe’ee isaanii irraa buqqa’an
Finfinnee, Fulbaana 19/2023 – Naannoo Gaambeellaatti magaalaa Gaambeellaa dabalatee aanaalee sagal keessatti sababa balaa lolaatin jiraattonni qe’ee isaanii irraa buqqa’uu…
Read More » -
Oduu: Afrikaa Kibbaatti lammiileen Itoophiyaa lama lammii Itoophiyaa biroo butuun maallaqa gaafatan to’annoo seeraa jala oolan
Finfinnee, Fulbaana 15/2023 – Lammiileen Itoophiyaa lama Afriikaa Kibbaa Aanaa Limpopoo keessatti jiraatan lammii Itoophiyaa ganna 20 butanii maallaqa furii…
Read More » -
Oduu: Lammiileen Itoophiyaa Keeniyaatti hidhaman 82 nyaata lagachuun gara biyyaatti akka deebifaman gaafatan
Finfinnee, Fulbaana 13/2023 – Lammiileen Itoophiyaa biyya Keeniyaa keessatti “seeraan ala” mana nama dhuunfaa tokko keessatti sassaabamanii argamuun to’annoo jala…
Read More »