DALDALA
-
Oduu: Walgahii dhaabbilee maallaqa addunyaa booda Itoophiyaan liqii maallaqa argatti jedhamee tilmaamama
Finfinnee Onkolooleessa 09, 2023 – Marii Dhaabbata Maallaqaa Idiladdunyaafi Baankii Addunyaa torban kana keessa Morokootti gaggeessuf jiran hordofee Itoophiyaafi biyyoonni…
Read More » -
Oduu: Gamtaan Awurooppaa deeggarsa Dolaara miiliyoona 680 Itoophiyaaf akka kennu beeksise
Finfinnee, Onkoloolessa 04/2023 – Deeggarsa Gamtaa Awurooppaa sababa waraana Naannoo Tigraayitti gaggeeffamaa tureen addaan citee ture akka itti fufu Komishinara…
Read More » -
Oduu: Baankiin Misooma Afrikaa gargaarsa dolaara miliyoona 104 fooyya’insa dhiyeessii humnaaf oolu raggaasise
Finfinnee, Fulbaana 14/2023 – Boordiin Daayreektaroota Baankii Misooma Afrikaa gargaarsa maallaqaa dolaara miliyoona 104 kan Bahaa Itoophiyaatti dhiyeessii humnaa fooyyeessuuf…
Read More » -
Seenessa: Barsiiftuu hojii barsiisummaa dabalataan magaalaa Finfinneetti riqicha jala buna danfisuun of jiraachisaa jirtu
Geetahun Laggasaatin @Birmaduu2 Finfinnee, Fulbaana 06/2023 – Dureettii Darajjee jedhamti. Godina Wallagga Bahaa Aanaa Diggaatti dhalatte. Dureettiin kolleejjii barsiisota Naqamtee…
Read More » -
Oduu: Itoophiyaan jijjiirama qilleensaa dandamachuuf hanga bara 2050tti doolaara biiliyoona 170 akka ishee barbaachisu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 06/2023 – Yaa’ii Haala Qilleensaa Afrikaa jalqabaa Keeniyaatti gaggeeffamaa jiru irratti hirmaachaa kan jirtu Itoophiyaan jijjiirama qilleensa dandammachuuf…
Read More » -
Oduu: Keeniyaan daandii baaburaa Itoophiyaa waliin wal qunnamsiisu dolaara biiliyoona 13 oliin ijaaruufi
Finfinnee, Hagayya 23/2023 – Keeniyaan ijaarsa daandii baaburaa saffisaa elektriikaa Galaana Indiyaa buufata doonii Laamuu irraa ka’uun Itoophiyaa fi Sudaan…
Read More » -
Oduu: Itoophiyaa fi Baankii Misooma Afrikaa oomisha qamadii guddisuuf waliigaltee deeggarsa doolaara miiliyoona 84.3 mallatteessan
Finfinnee, Hagayya 17/2023 – Baankiin Misooma Afrikaa deeggarsa maallaqa dolaara miiliyoona 84.3 Itoophiyaatti oomisha qamadii fooyyeessuu fi galii qonnaan bultoota dabaluuf…
Read More » -
Daldala: Saafaariikoom Itoophiyaan tajaajila M-pesa eegale
Finfinnee, Hagayya 16, 2023 – Saafaariikoom Itoophiyaan tajaajila faaynaansii moobaayilaa M-PESA jedhamu kan baankii biyyaalessaa irraa ji’a sadi dura eeyyama argate…
Read More » -
Oduu: Waliigaltee Itoophiyaa fi Somaaliyaa gidduutti godhame hordofuun gabaa jimaa Keeeniyaa gadi bu’e
Finfinnee Hagayya 12, 2023 – Waliigaltee Itoophiyaa fi Somaaliyaa gidduutti godhame hordofuun gabaan jimaa qonnaanbultoota Keeniyaa gadi bu’aa dhufuu miidiyaan Keeniyaa tokko gabaaseera.…
Read More »