DALDALA
-
Oduu: Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa xiyyaarota Booyiing 67 bitachuuf dhaabbata Booyiing waliin waliigaluu beeksise
Finfinnee, Sadaasa 15/2023 – Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa Xiyyaarota Booyiing 67 bitachuuf Dhaabbata Booyiing waliin waliigaluu beeksise. Xiyyaarota Booyiing 787 Dirimlaaynar…
Read More » -
Oduu: Al-ergitoonni oomisha Jimaa adeemsa to’annoo jabaa ta’e keessa darbuun dirqama jedhame
Finfinnee, Sadaasa 13/2023 – Adeemsa to’annoo fooyyessuu fi galii al-ergii guddisuuf yaalii taasifamu keessatti, daldaltootni oomisha Jimaa Itoophiyaa al-ergan adeemsa…
Read More » -
Oduu: Saafaariikoom Itoophiyaan tajaajila faaynaansii dijitaalaatiin maamila mil 1.2 horadhe jedhe
Finfinnee, Sadaasa 09, 2023 – Dhaabbanni Saafaariikoom Itoophiyaa tajaajila faayinaansii dijitaalaa applikeeshinii M-pesa jedhamuun maamila miliyoona 1.2 ta’an horachuu beeksise.…
Read More » -
Oduu: Ministeerri daldalaa daldaltoonni jimaa eeyyama haaraa akka baafatan gaafate
Finfinnee, Sadaasa 08, 2023 – Ministeerri Daldalaafi Hidhata Naannoo daldaltoonni alergii jimaa irratti bobba’an Onk 27 hanga Sadaasa 15’tti eeyyama…
Read More » -
Daldala: Maallaqa qusannaa dhaabbilee faayinaansii Itoophiyaa keessa jiru birrii triliyoona 2 caaluu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 06/2023 – Itoophiyaatti maallaqa qusannaa dhaabbilee faayinaansii keessatti jiru birrii triliyoona 2 caaluu Baankiin Biyyooleessaa Itoophiyaa beeksise. Bulchaa…
Read More » -
Oduu: Daandii Qilleensaa Itoophiyaa murtoo mootummaan Naayijeeriyaa dhimma daandii qilleensa biyyattii irratti dabarsu akka fudhatu beeksise
Finfinnee, Onkoloolessa 26/2023 – Dhiyeenya kan Daandii Qilleensa Naayijeeriyaa irraa gahee 49% kan fudhate Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa murtee mootummaan Naayijeeriyaa…
Read More » -
Oduu: Ministeerri Faayinaansii dhaabbilee caalbaasii warshaa sukkaaraa irratti hirmaatan ifoomsuuuf ta’uu beeksise
Finfinnee, Onkolooleessa 16/2023 – Adeemsa washaalee sukkaaraa mootummaatiin dhuunfatamanii turan gara abbootii qabeenyaa dhuunfaatti gurguruuf taasisaa jiruun walqabatee dhaabbilee caalbaasii…
Read More » -
Oduu: Itoophiyaan bara kana humna elektirikaa giiggaa waatii 3000 ta’u biyyoota ollaaf gurgurtaan dhiyeessuuf karoorfachuu beeksiste
Finfinnee, Onkoloolessa 16/2023 – Itoophiyaan bara 2016 ALI keessatti biyyoota ollaa sadi, jechuun Sudaan, Keeniyaa, fi Jibuutiif humna elektirikaa Giiggaa…
Read More » -
Oduu: Mariin Fandii Maallaqa Idiladdunyaa fi Itoophiyaa torbee dhufu goolabama jedhame
Finfinnee, Onkolooleessa 13, 2023 – Ergamtoonni Fandii Maallaqa Idiladdunyaa (IMF) Fulbaana 16 hamma 22, 2016tti Itoophiyaa daawwachuun aanga’oota mootummaa wajjiin marii…
Read More »