DHIMMA HAWAASAA
-
Xiinxala: Buqqaatonni Lixa Oromiyaa keessa jiran gargaarsa dhabuu fi tarkaanfiiwwan dirqiin deebisuu mootummaan fudhachaa jiruun rakkachaa jiru
Abdii Biyyansaatin @ABiyenssa Naqamtee, Sadaasa 02/2023 – Buqqaatotni Lixa Oromiyaa, keessattuu godinaalee Wallagga Bahaa, Wallagga Lixaa, Qeellam Wallaggaa, fi Horroo…
Read More » -
Oduu: Oromiyaa keessatti namootni sababa weerara dhibee busaan baatilee sadi keessa du’an 180 darbeera: UN
Finfinnee, Sadaasa 01/2023 – Oomishni waqtii Arfaasa bara 2015 ALI gadi bu’uun walqabatee aanaalee Oromiyaa 50 keessatti hir’inni miidhaan nyaataa…
Read More » -
Oduu: Paarkiin Gaarreen Baalee UNESCOtti galmaa’uu hordofee namootni 20,000 ol paarkicha keessa jiraatan akka bahan taasifamuufi
Finfinnee, Onkoloolessa 31/2023 – Paarkiin Gaarreen Biyyoolessaa Baalee galmee UNESCOtti akka galmaa’uuf waggoota kudha shanii oliif yaalii taasifame booda Fulbaana…
Read More » -
Oduu: Abbootiin Gadaa Gujii fi Booranaa hawaasni lamaan rakkoo hundeeffama godina Boorana Bahaa hordofee uumame mariin akka furu dhaaman
Finfinnee, Onkoloolessa 31/2023 – Abbootiin Gadaa Booranaa fi Gujii murtee hundeeffama godina haaraa Boorana Bahaatii booda muffii fi mormii mudate…
Read More » -
Oduu: Namoota geejjiba namaa seeraan alaatiin walqabatee shakkaman 20 ol irratti himanni baname
Finfinnee, Onkololeessa 30/2023 – Bara 2015 ALI namoonni daddabarsa namaa seeraaan alaatiin shakkaman 20 ol ta’an irratti himanni seeraa banamuu…
Read More » -
Oduu: Itoophiyaan miseensa Dandeettii Too’annaa Balaa Afrikaa taate
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2023 – Itoophiyaan waliigaltee miseensa Dandeettii Too’annaa Balaa Afrikaa (Africa Risk Capacity) ishee taasisu mallatteessite. Itti aanaan…
Read More » -
Oduu: KMNI buqqaatonni tajaajila namoomaa gahaa hin arganne jedhe
Finfinnnee, Onkololeessa 23, 2023 – Buqqaatonni biyyattii keessatti argaman rakkoo siyaas-dinagdee garaagaraatiif saaxilamuu fi tajaajila namoomaa gahaa hin argatin jiraachuu…
Read More » -
Oduu: Naannoo Oromiyaatti namoonni rakkoo keessa jiran gargaarsa hatattamaa kan barbaadan ta’uu dhaabbileen tola-ooltummaa ibsan
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2023 – Ummanni rakkoo nageenyaa fi uumamaatiin qe’eerraa buqqaafamanii argaman gargaarsa hatattamaa kan barbaadan ta’uu dhaabbileen tola-ooltummaa…
Read More » -
Xiinxala Oduu: Weerarri dhibee Busaa Lixa Oromiyaatti lubbuu namootaa galaafachuu itti fufeera; Jiraattota fi ogeeyyiin fayyaa xiyyeeffannoo guddaa akka laatamuuf gaafatan
Abdii Biyyansaatiin @ABiyenssa Finfinnee, Onkoloolessa 18/2023 – Godinaalee Lixa Oromiyaa, keessattuu Godina Wallagga Lixaa fi Qeellam Wallaggaa keessatti weerarri dhibee…
Read More »