SEERA FI HAQA
-
Oduu: Boordiin qorannoo ajjeechaa naannoo Amaaraa nan qoradha jedhe
Finfinnee, Guraandhala 16, 2024 – Boordii Qorannoo Raawwii Yeroo Muddamaa “ajjeechaa jumlaa”naannoo Amaaraa magaala godina Gojjaam Kibbaa magaala Maraawiiti gaggeeffame nan…
Read More » -
Oduu: Dhaabbanni idiladdunyaa sadarkaa malaammaltummaa gamaaggamu Itoophiyaa 98ffaarra kaa’e
Finfinnee, Amajjii 31, 2024 – Dhaabbanni idiladdunyaa (Transparency International) jedhamu kan sadarkaa malaammaltummaa gamaaggamuun biyyoota addunyaatiif sadarkaa kennu bara 2023…
Read More » -
Oduu: Namoota 175 yakka malaammaltummaan himataman irratti hidhaa cimaa hanga waggaa 19 irratti murtaa’uu Ministeerri Haqaa beeksise
Finfinnee, Amajjii 09/2024 – Walakkaa bara baajataa kana keessatti galmeewwan 489 mana murtiitti falmiin irratti taasifamaa turan keessaa himatamtoota 175…
Read More » -
Oduu: Baankii Misooma Afrikaa hojjettoota isaa lama Itoophiyaa keessatti seeraan ala hidhamuu fi miidhaan qaamaa irra gahuu ibse
Finfinnee, Sadaasa 16/2023 – Miidiyaaleen biyya keessaa hidhaa fi miidhaa qaamaa hojjettoota olaanoo Baankii Misooma Afrikaa Damee Itoophiyaa (AfDB) irratti…
Read More » -
Oduu: Manni Murtii Waliigalaa Oromiyaa dhimma miseensa hoggansa ABO tokko irratti Abbaa Alangaa Federaalaa qulqulleessee ibsa akka kennu ajaje
Finfinnee, Onkoloolessa 27/2023 – Miseensa Gumii Sabaa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) kan ta’an Amaan Filee Bitootessa 07, 2020 waahila paartii…
Read More » -
Oduu: Itoophiyaan madaallii olaantummaa seeraa idil addunyaatin bara darbe irraa hiri’isuun biyyoota 142 keessaa sadarkaa 129ffaa argatte
Finfinnee, Onkoloolessa 25/2023 – Madaallii Ol’aantummaa Seeraa Pirojeektii Haqaa Addunyaa (WJP) bara 2023 har’a Onkoloolessa 25 ba’e akka mul’isutti qabxiin…
Read More » -
Oduu: Hojjattoonni immigreeshinii 42 malaammaltummaatiin yakkaman too’annoo jala oolan
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2023 – Hojjattoonni dhaabbata immigreeshinii fi lammummaa malaammaltummaa fi aangoo seeraan ala fayyadamuutiin yakkaman 42 too’annoo jala…
Read More » -
Oduu: Manni Murtii Artisti Lij Yaareed gara mana amala sirreessaa akka bu’u ajaja dabarse
Finfinnee, Onkoloolessa 18/2023 – Artisti Yaareed Zalaalam Baalchaa ykn Lij Yaareed jedhamuun beekamu himannaa irratti dhiyaateen gara mana amala sirreessaatti…
Read More » -
Falmii Gulaalli: Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa “bilisuummaa irraa bilisa ta’e”
Hiree Waaqjiraatin Finfinnee, Fulbaana 07/2023 – Biyyi tokko ‘Biyyadha’ jedhamuuf wantoota afur qabaachuu akka qabdu sadarkaa idil addunyaarratti kan irratti…
Read More »