Beela
- GULAALLI
Gulaalli: Namoonni dhiibbaan lakkaawwaman beelaan erga du’anii booda, miliyoononni ammallee balaa kanaaf saaxilamaniiru; Haaluun dhiifamee, otoo hin barfatiin balaa biyyaaleessaa ta’uunsaa haa labsamu!
Finfinnee, Muddee 29/2023 – Sababa hongeefi waraanaatiin oomishni midhaan nyaataa waggoota hedduuf hubamuu hordofuun Itoophiyaatti keessumaa naannolee Tigraayiifi Amaaraa keessatti…
Read More » - DHIMMA HAWAASAA
Oduu: Itoophiyaa keessatti “hongee malee beelli hin mudanne” – mootummaa
Finfinnee, Muddee 21/2023 – Gabaasaalee hongeen Itoophiyaa keessatti mudate gara beelatti jijjiirameera jedhan “qaamolee kaayyoo biraa qabaniin kan odeeffamaa jiran…
Read More » - DHIMMA HAWAASAA
Oduu: Itoophiyaatti rakkoon wabii nyaataa sadarkaa olaanaan dabaluun uummatni miiliyoona 4 ol beela hamaaf saaxilamuu himame
Finfinnee, Muddee 13/2023 – Rakkoon hanqina wabii nyaataa Itoophiyaa haala yaaddeessaa ta’een hammaachuu gabaasni wabii nyaataa haaraa dhaabbata Neetworkii Sirna…
Read More »