ODUU
-
UN kutaalee naannoo Amaaraa harka caalu keessatti gargaarsa nyaata hatattamaa geessuuf rakkachuu ibse
Finfinnee, Bitootessa 28/2025 – Waajjirri Qindeessaa Gargaarsa Namoomaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii ibsa kaleessa Bitooteessa 18, 2017 ALI baaseen kutaalee naannoo…
Read More » -
Daangaa naannolee Kibba Itoophiyaa fi Oromiyaatti haleellaa fi ajjeechaa hidhattootaan raawwatamu furuuf mariin gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 28/2025 – Daangaa naannolee Kibba Itoophiyaa fi Oromiyaatti haleellaa fi ajjeechaa hidhattootaan raawwatamu hundeerraa furuuf mariin bulchitoota godinaalee…
Read More » -
ABUT mootummaan federaalaa waliigaltee Piriitooriyaa “cabsaa jira” jechuun himate
Finfinnee, Bitooteessa 27/2025 – Ministirri Muummee Abiy Ahimad pirezidaantii bulchiinsa yeroo Tigraay haaraa muuduuf uummanni eeruu akka laatu gaafachuu isaanii…
Read More » -
Manni Murtiin du’a Qananii Addunyaa irratti poolisiin qorannoo akka gaggeessu guyyaa dabalataa eeyyame
Finfinnee, Bitootessa 26/2025 – Du’a jaalallee isaa shamarree Qananii Addunyaan shakkamee to’annoo seeraa jala kan jiru Artist Andu’aalam Gosaa har’a…
Read More » -
MM Abiy Ahimad Pireezidaantii Bulchiinsa Yeroo Tigraay haaraa muuduuf uummanni eeruu akka laatu gaafatan
Finfinnee, Bitootessa 26/2025 – Pireezidaantii Bulchiinsa Yeroo Tigraay haaraa muuduuf uummanni karaa imeeliidhaan eeruu akka laatu Ministirri Muummee Abiy Ahimad…
Read More » -
Walitti bu’iinsa daangaa Itoophiyaa fi Keeniyaatti irra deebiin mudateen lammiileen Itoophiyaa 4 ajjeefaman
Finfinnee, Bitootessa 25/2025 – Naannawa daangaa Itoophiyaa fi Keeniyaatti ganda Kukruuk jedhamtu keessatti walitti bu’iinsa Bitootessa 22, 2025 uumameen lammiileen Itoophiyaa…
Read More » -
Lola godinaalee Giddugaleessa Gondar fi Goojjam Kaabaatti geggeeffameen namoonni hedduun ajjeefaman
Finfinnee, Bitootessa 25/2025 – Naannoo Amaaraa godinaalee Giddugaleessa Gondar fi Goojjam Kaabaa keessatti Jimaata Bitooteessa 21, 2025 irraa eegalee lola…
Read More » -
Eertiraa fi Masriin hirmaannaa biyyoota daangaa Galaana Diimaa hin qabne ‘akka hin fudhanne’ ibsan
Finfinnee, Bitootessa 24/2025 – Pirezidaantiin Masrii Abdal Fattaah Al-Siisii fi Ministirri Dhimma Alaa Eertiraa Osmaan Saaleh hirmaannaa biyyoota daangaa Galaana…
Read More » -
Mootummaan gatii boba’aa irratti daballii hanga birrii 11 gahu taasise
Finfinnee, Bitootessa 24/2025 – Mootummaan Itoophiyaa gatii gurgurtaa oomishaalee boba’aa irratti sirreeffama taasiseera. Haaluma kanaan gatiin beenzilaa liitira tokkoo %11…
Read More » -
Raayyaan Ittisaa yaalii haleellaa humnoota Faannoo jeneraala olaanaa Tigraayiin deeggarame fashaleessuun “barbadeesse” jedhe
Finfinnee, Bitootessa 22/2025 – Raayyaan Ittisa Itoophiyaa haleellaa qindaa’aa humnoonni hidhattoota Faannoo maqaa “Duula Tokkummaa” jedhuun kutaalee naannoo Amaaraa adda…
Read More »