AF-GAAFFII
-
“Somaalilaand biyya kamiinuu waliin waliigaltee taasisuuf mirga qabdi” – Mohaammad Abdillaahi Omar, hogganaa paartii mormituu
Jalqaba bara 2024 Itoophiyaa fi Somaalilaand, kan mootummaan federaalaa Somaaliyaa akka qaama bulchiinsa ofiitti ilaalu, gidduutti waliigalteen wal-hubannaa mallattaa’uun Gaanfa…
Read More » -
‘Haqa dagachuun gaaga’ama amma keessa jirru kanatti akka kufnu nu taasise’ – Maammoo Gadaa
Geetahun Laggasaa @Birmaduu2 Finfinnee, Waxabajjii 03/2024 – Naannoo Oromiyaa godina Shawaa Bahaa aanaa Boosatitti bara 1940 kan dhalatan gameessi qabsoo…
Read More » -
Abdii Dheekkamaa: Dargaggoo gosa ispoortii wal’aansootin akka biyyaatti dorgomee medaaliyaa Warqee 14 mo’ate
Geetahun Laggasaatin @Birmaduu2 Finfinnee, Gurandhala 24/2024 – Abdii Dheekkamaa Sooraa dhalatee kan guddate godina caaseffama haaraatin Boorana Bahaa jedhame, aanaa…
Read More » -
Af-gaaffii: ‘Warraaqsi gama muuziqaa Oromoon jalqabame itti fufuu qaba’: Leencoo Fiqiruu, ogeessa suur-sagalee
Abdii Biyyansaatin @ABiyenssa Finfinnee, Sadaasa 01/2023 – Suur-sagalee muuziqaa Oromoo yeroo ammaa kana fooyya’insa guddaa agarsiisaa jiru keessatti maqaan Leencoo Fiqiruu…
Read More » -
Af-gaaffii: Hiikkaa Gugilii Afaan Oromoo addaan citee ture itti fufsiisuuf ogeessota 120 waliin gurmoofne hojii eegalleerra: Abdiisaa Baancaa
Abdii Biyyansaatin @ABiyenssa Finfinnee, Onkoloolessa 30/2023 – Afaan Oromoo afaanota addunyaa irra jiran 7,000 ta’an keessaa afaanota 133 kan Google…
Read More » -
Af-gaaffii: Dargaggoonni sochii hawwisoo Afran Qalloo waggootaaf addaan citee ture deebisanii haaromsuuf socho’aa jiran maal jedhu?
Geetahun Laggasaatin @Birmaduu2 Finfinnee, Fulbaana 20/2023 – Bara 1954 ALI hundeeffamuun Artistoota gameeyyii Oromoo kanneen akka Alii Birraa, Alii Shabboo,…
Read More » -
Af-gaaffii: “Yuunivarsitiin Finfinnee dhaabbata sooreessota qofa hin ta’u” – Dr. Maatiwoos Hinsarmuu, Pireezidaantii Itti-aanaa Yuunivarsitii Finfinnee
Finfinnee, Hagayya 28/2023 – Manni Maree Ministeerotaa murtee guddaa dabarseen Yuunivarsitiin Finfinnee waggaa shantama booda yuunivarsitii jalqabaa ofiin of bulchu…
Read More » -
AS-Jabduu: Manneen barnoota seeraa Itoophiyaa dhiirootaan dhuunfataman sirreessuun kaayyoo kooti: Magartuu Ayyalaa
Abdii Biyyansaatin @ABiyenssa Finfinnee, Hagayya 25/2023 – Magartuu Ayyalaa jedhamti. Godina Gujii magaalaa Adoolaa keessatti dhalatte guddatte. Barnoota sadarkaa…
Read More » -
AS-Jabaa: Mana barumsa Afaan Oromootin keeroogiraafii fi shubbisa shaakalchiisuu banuuf karoorfadheen jira: Tulluu Hirkoo
Abdii Biyyansaatiin Finfinnee, Waxabajjii 16/2023 – Tulluu Hirkoo jedhama, godina Shawaa Lixaa aanaa Ejeree fi Jalduu gidduu ganda Dhakabooraa ykn Qoricha…
Read More »