DALDALA
-
Oduu: Abbaan Taayitaa Gabaa Kaappitaalaa Itoophiyaa dhaabbilee federaalaa adda addaa waliin waliigalteewwan lama mallatteesse
Finfinnee, Guraandhala 29/2024 – Abbaan Taayitaa Gabaa Kaappitaala Itoophiyaa guyyaa har’a waliigalteewwan bu’uuraalee gabaa kaappitaalaa cimsuu, iftoomina guddisuu fi dandeettii…
Read More » -
Oduu: Rakkoon nageenyaa Sudaan keessa jiru galiin gurgurtaa humna elektrikii Itoophiyaan biyyoota alaa irraa argattu akka hir’atu taasise
Finfinnee, Guraandhala 07/2024 – Itoophiyaan galiin gurgurtaa humna elektrikii biyyoota alaa irraa argatte Doolaara miiliyoona 47.5 qofa akka ta’e beeksifte.…
Read More » -
Oduu: Saa’udii Arabiyaan gatii qacarrii hojjattoota Filippiins, Sriilaankaa, Baanglaadeesh, Yugaandaa, Keeniyaafi Itoophiyaa hir’ifte
Finfinnee, Amajjii 18, 2024 – Sa’uudii Arabiyaan gatii qacarrii hojjettoota biyya keessaa kan Filippiins, Siriilaankaa, Baanglaadeesh, Yugaandaa, Keeniyaa fi Itoophiyaa irraa…
Read More » -
Oduu: Ambaassaaddar Misgaanuun itti aanaa Dhaabbata Daldala Addunyaa waliin “marii bu’a-qabeessa” taasise
Finfinnee, Muddee 22, 2023 – Itti aanaan ministeera Dhimma Alaa Itoophiyaafi miseensa koree marii dhimma Dhaabbata Daldala Addunyaa kan ta’e…
Read More » -
Oduu: Wal’aansoon Saafaariikoom Itoophiyaa mudate fedhii abbootii qabeenyaa biyya alaa gadi buuse
Finfinnee Muddee 21, 2023 – Rakkoon Saafaariikoom Itoophiyaa mudate fedhii abbootiin qabeenyaa biyyoota teeleekoomii Itoophiyaarratti maallaqa isaanii baasuuf qaban gadi…
Read More » -
Oduu: Daandiin Qilleensaa Itoophiyaafi baankiin Siitii waliigaltee liqii milyoona $450 mallatteessan
Finfinnee Muddee 19, 2023 – Daandiin Qilleensaa Itoophiyaafi Baankiin Siitii (City Bank) waliigaltee liqii maallaqa miliyoona $450 mallatteessan. Daandiin qilleensaa…
Read More » -
Oduu: Itoophiyaan Dhaabbata Maallaqa Idil-addunyaa irraa liqii dolaara biiliyoona 3.5 argachuuf haasa’aa jirti
Finfinnee, Muddee 19/2023 – Itoophiyaan riiformii diinagdee gaggeessaa jirtuu fi haala diinagdee biyyattii rakkoo keessa jiru furuuf Dhaabbata Maallaqa Idil-addunyaa…
Read More » -
Oduu: Keeniyaafi Gamtaan Awrooppaa waliigaltee daldalaa “guddaa” mallatteessan
Finfinnee Muddee 18, 2023 – Keeniyaafi Gamtaan Awurooppaa waliigaltee tumsa diinagdee “guddaa” kan Keeniyaan gibira maleefi daangaa malee gabaa Awurooppaatti…
Read More » -
Oduu: Itoophiyaan yaada beenyaa dhiheessuun liqeessitoota ishee waliin mari’achuuf karoorfachuu ibsame
Finfinnee, Muddee 15/2023 – Itoophiyaan karaa Ministeera Maallaqaatin marii kaleessa Muddee 14, 2023 liqeessitoota boondii dolaara biiliyoona 1 waliin marii…
Read More »