SEERA FI HAQA
-
Gamtaan Awurooppaa “falmattoota mirga namoomaa mana hidhaa jiran” dabalatee qaamolee saddeetiif badhaasa kenne
Finfinnee, Caamsaa 31/2024 – Gamtaan Awurooppaa kaleessa Caamsaa 30, 2024 Finfinneetti falmattoota mirga namoomaa manneen hidhaa biyyattii garagaraa keessatti argaman…
Read More » -
Boordiin Filannoo haala hoggantoota ABO mana hidhaa jiran irratti hordoffii taasisaa ture bu’aa akka hin argamsiisne ibse
Finfinnee, Caamsaa 30/2024 – Boordiin Filannoo Biyyaaleessaa dhimma hoggantoota Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) mana murtiidhaan bilisa jedhamanii hanga ammaatti hin…
Read More » -
Mormiin jalqabaa Obbo Taayyee Danda’aa himannaa irratti dhiyaateef dhiyeessan kufaa ta’e
Finfinnee, Caamsaa 21/2024 – Manni murtiin mormii sadarkaa jalqabaa Ministir Deetaan Ministeera Nageenyaa duraanii Obbo Taayyee Danda’aan himannaa irratti dhiyaateef…
Read More » -
Itoophiyaan yaaddoon otuma jiruu Haqa Cehumsaa hojiirra oolchuuf tattaaffachuun ishee daandii haqaa fi araara dhugaa ni danqa. Irra deebiin haa ilaalamu!
Finfinnee, Caamsaa 17/2024 – Yaaliin Itoophiyaan namoota hokkora siyaasaan hubamaniif haqa ce’umsaa, araaraafi itti gafatamummaa mirkaneessuuf taasisftu sadarkaa murteessaarra gaheera.…
Read More » -
Manni Murtiin Luba Balaay Mokonniin fa’a yakka sanada sobaan dolaara daddabarsuu ittiin shakkamaniin akka himataman eeyyame
Finfinnee, Caamsaa 02/2024 – Manni Murtii Sadarkaa Jalqabaa Federaalaa Dhaddacha Ramaddii Lidataa, Luba Balaay Mokonniin dabalatee namoota yakka maallaqa dolaara…
Read More » -
Herreega baankii Gamtaa Afrikaa keessaa maallaqni dolaara miiliyoona 6 ol sanada sobaan baasuuf yaalamuu gamtichi mirkaneesse
Finfinnee, Caamsaa 02/2024 – Gamtaan Afrikaa damee Baankii Daldalaa Itoophiyaa mooraa waajjira muummee gamticha keessa argamutti herreega baankii gamtichaa keessaa…
Read More » -
Ajjeechaa Battee Urgeessaan walqabatee shakkamtoonni 13 to’atamuu poolisiin beeksise
Finfinnee, Ebla 12/2024 – Ajjeechaa qondaala siyaasaa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Battee Urgeessaan walqabatee shakkamtoonni 13 to’atamuu Qajeelcha Poolisii Godina…
Read More » -
Ajjeechaan Maraawwii lubbuu namoota 50 ol galaafate qaama walaba ta’een akka qoratamu Amnastii Intarnaashinaal gaafate
Finfinnee, Ebla 12/2024 – Naannoo Amaaraa magaalaa Maraawwiitti ajjeechaa lammiilee nagaa 50 ol irratti raawwatame ilaalchisee Manni Maree Mirgoota Namoomaa…
Read More » -
Ajjeechaa Battee Urgeessaa irratti “qorannoon haqa-qabeessaa fi walabaa akka gaggeeffamu” Ameerikaan gaafatte
Finfinnee, Ebla 11/2024 – Qondaalli siyaasaa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Battee Urgeesaa Ebla 09, 2024 halkan godina Shawaa Bahaa magaalaa…
Read More » -
Komishiniin Mirgoota Namoomaa gabaasa isaatin ‘sarbiinsa mirga namoomaa bal’aa’ waggoota shanan keessa raawwataman ifa godhe
Finfinnee, Bitootessa 23/2024 – Komishiniin Mirga Namomaa Itoophiyaa (KMNI) bara 2018 hanga 2023 keessa sarbiinsi mirga namoomaa bal’aa uummata biyyattii…
Read More »