AADAA FI AARTII
-
Oduu: Keeniyaatti dubartoonni 100 ta’an sochii aadaa fi duudhaa Booranaa kunuunsanii dhalootaatti dabarsuuf kaayyeeffate eegalan
Finfinnee, Amajjii 11/2024 – Gareen dubartoota Booranaa biyya Keeniyaa Kaawuntii Isi’oloo keessa jiraatan duudhaa fi aadaa isaanii guddisuu fi kunuunsuun…
Read More » -
Seenessa: “Seenaan anaaf daawwitiidha” – Bilisummaa Huseen, barreessituu kitaaba ‘Daandii Isaanii’
Abdii Biyyansaatin @ABiyenssa Finfinnee, Muddee 12/2023 – Bilisummaa Huseen kan dhalatte godina Arsii Lixaa aanaa Gadab Asaasaa ganda Fucoo…
Read More » -
Oduu: Torban yaadannoo Artiisti Alii Birraa har’a eegalee magaalaa Dirree Dhawaatti ni gaggeeffama
Finfinnee, Sadaasa 06/2023 – Waggaa tokko dura Sadaasa 06, 2022 addunyaa kanarraa du’aan kan boqote Doktora Kabajaa Artisti Alii Birraaf…
Read More » -
Af-gaaffii: ‘Warraaqsi gama muuziqaa Oromoon jalqabame itti fufuu qaba’: Leencoo Fiqiruu, ogeessa suur-sagalee
Abdii Biyyansaatin @ABiyenssa Finfinnee, Sadaasa 01/2023 – Suur-sagalee muuziqaa Oromoo yeroo ammaa kana fooyya’insa guddaa agarsiisaa jiru keessatti maqaan Leencoo Fiqiruu…
Read More » -
Seenessa: Hariiroo ayyaana Irreechaa fi guddina sadarkaa qulqullina uffata aadaa Oromoo irratti Dizaayinaroota fi fayyadamtootni maal jedhu?
Getaahun Laggasaatin @Birmaduu2 Finfinnee, Onkoloolessa 04/2023 – Ayyaana Irreechaa yeroo yaadannu uummatni Oromoo Waaqa isa bacaqii gannaa irraa gara booqaa…
Read More » -
Oduu: Itoophiyaan hambaalee seena-qabeessa galmeessisuun Afrikaa keessaa tokkoffaa taate
Finfinnee, Fulbaana 22, 2023 – Itoophiyaan baay’ina hambaalee seena-qabeessa dinqisiisoo ta’an dhaabbata idiladdunyaa hambaalee galmeessu UNESCO jedhamuun beekamtii argataniin Afrikaa…
Read More »