Rakkoo nageenyaa
- ODUU
Naannoo Gaambeellaatti haleellaa konkolaataa uummataarratti raawwatameen imaltoota torba irratti miidhaan qaqqabe
Finfinnee, Caamsaa 08/2024 – Naannoo Gaambeellaa godina Anyuwaak ganda Ochoom jedhamu keessatti Dilbata darbe Ebla 05, 2024 haleellaa konkolaataa uummataa…
Read More » - ODUU
Kutaalee Oromiyaa garaagaraatti walitti dhukaasa humnoota mootummaa fi WBO gidduu itti fufeen lubbuun namoota nagaa darbe
Finfinnee, Ebla 19/2024 – Torban muraasa darban keessatti kutaalee Oromiyaa garaagaraa keessatti walitti dhukaasa humnoota nageenyaa mootummaa fi Waraana Bilisummaa…
Read More » - ODUU
Konkolaachistoonni Naannoo Amaaraa hanqina fi daballii gatii boba’aan rakkachuu himan
Finfinnee, Bitootessa 26/2024 – Baatileef walitti bu’iinsaan raafamaa kan jiru Naannoo Amaaraa, magaalota tokko tokko keessatti daballii gatii boba’aa sababa…
Read More » - ODUU
Humnoonni nageenyaa mootummaa obboroon mana koo cabsanii sakatta’an – Abbaa Gadaa Goobanaa Hoolaa
Finfinnee, Bitootessa 21/2024 – Abbaa Gadaa Tuulamaa fi Walitti-qabaa Itti-aanaa Gamtaa Abbootii Gadaa Oromiyaa Goobanaa Hoolaa humnoonni nageenyaa mootummaa har’a…
Read More » - SIYAASA
Oduu: WBO irratti tarkaanfii cimaa fudhachaa jirru cinaatti rakkoon jiru nagaan akka furamuuf gumaachaa jirra – Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaa
Finfinnee, Bitootessa 11/2024 – Raayyaan Ittisa Biyyaa erga waraanni Tigraay waliigalteen xumurame booda, keessattuu baatilee jahaan darbaniif Waraana Bilisummaa Oromoo…
Read More » - DHIMMA HAWAASAA
Oduu: Buqqaatonni Aanaa Amuruutti qubbatan gargaarsa argachaa turan irraa dhaabbachuun rakkoof saaxilamuu himan
Finfinnee, Guraandhala 16/2024 – Buqqaatonni godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Amuruutti qubatanii jiran deeggarsa nyaataa, qorichaa fi meeshaalee qulqullina duraan…
Read More » - GULAALLI
Gulaalli: Rakkooleen keessoo Itoophiyaa yeroo kamiyyuu caala amma xiyyeeffannoo guutuu barbaadu; xiyyeeffannoo dhorkuun biyyattii balaadhaaf saaxila!
Finfinnee, Guraandhala 02/2024 – Yeroo ammaa kana qormaatawwan biyya keessaa, naannawaa fi addunyaa walxaxaa ta’an yeroo kamiyyuu caalaa Itoophiyaa balaadhaaf…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Uggura geejjibaa fi lagannaa gabaa Oromiyaa keessatti labsameen walqabatee warshaan sukkaara Finca’aa hojii dhaabuu himame
Finfinnee, Guraandhala 02/2024 – Naannoo Oromiyaatti waamicha lagannaa gabaa fi uggura geejjibaa marsaa lammataaf Dilbata darbe Amajjii 28 galgala irraa…
Read More »