WBO
- ODUU
Kutaalee Oromiyaa garaagaraatti walitti dhukaasa humnoota mootummaa fi WBO gidduu itti fufeen lubbuun namoota nagaa darbe
Finfinnee, Ebla 19/2024 – Torban muraasa darban keessatti kutaalee Oromiyaa garaagaraa keessatti walitti dhukaasa humnoota nageenyaa mootummaa fi Waraana Bilisummaa…
Read More » - SIYAASA
Oduu: WBO irratti tarkaanfii cimaa fudhachaa jirru cinaatti rakkoon jiru nagaan akka furamuuf gumaachaa jirra – Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaa
Finfinnee, Bitootessa 11/2024 – Raayyaan Ittisa Biyyaa erga waraanni Tigraay waliigalteen xumurame booda, keessattuu baatilee jahaan darbaniif Waraana Bilisummaa Oromoo…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Hidhabuu Abooteetti sababa walitti bu’iinsa humnoota mootummaa fi WBO gidduu gaggeeffameen lubbuun namoota nagaa 14 darbe
Finfinnee, Guraandhala 22/2024 – Naannoo Oromiyaa godina Shawaa Kaabaa aanaa Hidhabuu Abooteetti sababa wal waraansa humnoota nageenyaa mootummaa fi hidhattoota…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Ameerikaan marii nagaa marsaa sadaffaa mootummaa Itoophiyaa fi WBO gidduu taasifamu haala mijeessuuf qophii ta’uu ibsite
Finfinnee, Guraandhala 22/2024 – Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaatti Barreessituu Itti aantuu Dhimmoota Afrikaa kan ta’an Moolii Fii fi Gaanfa Afrikaatti…
Read More » - ODUU
Oduu: Barri 2023 uummata Oromoof bara gidiraa ture: ABO
Finfinnee, Amajjii 01, 2024 – Addi Bilisummaa Oromoo (ABO) barri 2023 ummata Oromootiif baroota darban caalaa bara gidiraa, hidhaa, ajjeechaafi…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Obboleessi Ajajaa Olaanaa WBO erga hidhamanii hanga ammaatti mana murtii akka hin dhiyaanne maatiin himan
Finfinnee, Muddee 23/2023 – Obboleessi Ajajaa Olaanaa Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) Kumsaa Dirribaa ykn baay’inaan Jaal Marroo jedhamuun beekamu kan…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Mootummaa Itoophiyaa fi WBO gidduu marii marsaa haaraa akka itti fufu jaarmiyaaleen hawaasa Oromoo-Ameerikaa gaafatan
Finfinnee, Muddee 05/2023 – Mariin araaraa mootummaa Itoophiyaa fi Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) gidduu marsaa lamaaf gaggeeffamee addaan cite deebi’ee…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Waraana Bilisummaa Oromoo irratti “tarkaanfii jabaa fudhatamaa jira; Marii araaraaf balballi keenya banaadha – MNO
Finfinnee, Muddee 02/2023 – Waraanni Bilisummaa Oromoo “filannoo nagaa dhiyaateef moggaatti dhiisee gocha shororkeessummaa isaatiin waan itti fufeef” tarkaanfii irratti…
Read More »