XIINXALA
-
Xiinxala: Miidhaa saalaa buqqaatota Lixa Oromiyaarra gahaa jiru fi gidiraa sagalee dhabe
Abdii Biyyansaatin @ABiyenssa Finfinnee, Bitootessa 06/2024 – Jiraattonni godina Horroo Guduruu Wallaggaa aanaa Jaardagaa Jaartee Fulbaana bara 2023 keessa haleellaa…
Read More » -
Xiinxala: Itoophiyaan adeemsa gara haqa ce’umsaatti taasiftu itti fuftetti; Ogeeyyiin damichaa garuu dhimmoota hin xumuramne jiraachuu himu
Abdii Biyyansaatin @ABiyenssa Finfinnee, Gurandhala 28/2024 – Ministeerri Haqaa madaa miidhamtoota hedduu ni fayyisa jedhame eegamaa kan jiru imaammata haqa ce’umsaa…
Read More » -
Khuullee: Boca qubeelee Afaan Oromoo haaraa qubee Laatinii akka bakka bu’uuf kalaqame maaliif hagana falmisiisaa ta’e?
Abdii Biyyansaatin @ABiyenssa Finfinnee, Guraadhala 01/2024 – Tibbana kalaqa qubeelee haaraa qubee Laatiinii waggoota dheeraaf Afaan Oromoo itti fayyadamaa jiru…
Read More » -
Xiinxala: Waliigalteen ulaa galaanaa Itoophiyaa fi Somaalilaand tibbana mallatteessan haala kamiin siyaasa Gaanfa Afrikaa jijjiira?
Abdii Biyyansaatin @ABiyenssa Finfinnee, Amajjii 23/2024 – Dhimmi ulaa galaanaa argachuun kun gama Itoophiyaatin dhimma imaammataa kan ta’e yeroo dhiyoo…
Read More » -
Xiinxala: Masriin marii gam-sadee dhimma Hidha Haaromsaa irratti godhamu irraa of baasteetti, maaltu itti aana?
Abdii Biyyansaa @ABiyenssa fi Miliyoon Bayyanaa @MillionBeyene Finfinnee, Amajjii 11/2024 – Dhimma Hidha Guddicha Haaromsaa ilaalchisee Itoophiyaa, Masrii fi Sudaan…
Read More » -
Xiinxala: Buqqaatonni Lixa Oromiyaa keessa jiran gargaarsa dhabuu fi tarkaanfiiwwan dirqiin deebisuu mootummaan fudhachaa jiruun rakkachaa jiru
Abdii Biyyansaatin @ABiyenssa Naqamtee, Sadaasa 02/2023 – Buqqaatotni Lixa Oromiyaa, keessattuu godinaalee Wallagga Bahaa, Wallagga Lixaa, Qeellam Wallaggaa, fi Horroo…
Read More » -
Xiinxala: Butamuun namoota nagaa maallaqaaf jedhame raawwatamu Oromiyaatti dabalaa dhufuun nageenya hammeessaa jira
Abdii Biyyansaa @ABiyenssa Finfinnee, Onkoloolessa 26/2023 – Waggoota shanan darban keessaa naannoon Oromiyaa waldhabdee Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) fi humnoota…
Read More » -
Xiinxala: Rakkoo nageenyaa aanaalee Oromiyaa gara daangaa Amaaraatti dhiyaatan keessa mudachaa jiru badiisa ulfaataa qaqqabsiisaa jira. Furmaanni maali?
Finfinnee, Onkoloolessa 25/2023 – Naannoo Oromiyaa keessatti rakkoon nageenyaa uummata hedduu lubbuu dhabsiisaa fi qe’eefi qabeenya isaarraa buqqisaa jiraachuu erga…
Read More » -
Xiinxala: Barbaacha filannoo Buufata Doonii Itoophiyaa: Kara mariidhaani moo humnaan?
Abdii Biyyansaa @ABiyenssa Finfinnee, Fulbaana 09/2023 – Ji’oota muraasa dura muummichi ministeera Itoophiyaa Abiy Ahmad waa’ee buufata doonii fi barabaachisuma…
Read More » -
Xiinxala: Murteen mootummaa dabarse Kibba Oromiyaatti abbummaa magaalaan walqabatee mormii ji’oota jahaaf ture kakaase
Finfinnee, Fulbaana 02/2023 – Kibba Oromiyaatti kan argamuu Godinni Gujii ji’oota jahaan darbaniif mormii fi jeequmsaa keessummeessaa jirti. Kunis waldhabdee…
Read More »