SIYAASA

      Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii balaan lolaa rooba gannaa namoota 1,000,000 ol buqqisuu danda’a jedhe

      Finfinnee, Ebla 27, 2024 – Roobni gannaa dhufu namoota 1,000,000 tokkoo ol qe’eerraa buqqisuu akka danda’u Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti qindeessaan…
      SIYAASA

      Obbo Taayyee Danda’aa mana murtiitti dhiyaatan

      Finfinnee, Ebla 25, 2024 – Ministeera nageenyaatti deetaa ministeera kan turan Obbo Taayyee Danda’aa yakka humnoota farra nageenyaa deeggaruu fi…
      DHIMMA HAWAASAA

      Paartiin Sochii Biyyaalessaa Walaayittaa harkifannaa mindaa hojjattoota mootummaa yaadessaa ta’uu ibse

      Finfinnee, Ebla 25, 2024 – Kafaltiin mindaa garmalee harkifataa ta’ee amansiisaa hin taane hojjattoota godina Walaayittaa mudachaa jiru sodaachisaa ta’uu…
      SIYAASA

      Gamtaan gareewwan abukaatoo fi mirga namoomaa Oromoo ajjeechaan Battee Urgeessaa akka qoratamu gaafate

      Finfinnee, Ebla 23, 2024 – Gamtaan Gareewwan Abukaatoo fi Mirga Namoomaa Oromoo ajjeechaa “nama sagalee Oromoo ta’e” Jaal Battee Urgeessaarratti raawwatame…
      SIYAASA

      Namoonni naannawa Alamaaxaatii buqqa’an 50,000 darbuun ibsame

      Finfinnee, Ebla 23, 2024 – Walitti bu’iinsa naannoo Raayyaa Alamaaxaatti tibbana mudate hordofuun namoonni qe’eesaanirraa buqqaafaman 50,000 darbuu Dhaabbata Mootummoota…
      SIYAASA

      MNO hidhattoonni WBO “karaa nagaatiin deebi’aa jiru” yoo jedhu WBOn waraannisaa “gabbataa” jiraachuu hime

      Finfinnee, Ebla 22, 2024 – Miidiyaalee fi aanga’oonni mootummaa miseensonni Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) karaa nagaatiin deebi’aa jiru oduu jedhu…
      SIYAASA

      Namoonni “Alshabaabitti makamuuniifi gochaa shororkeessummaa raawwachuun” himataman hidhaa hanga waggaa 12tiin adabaman

      Finfinnee, Ebla 19, 2024 – Manni murtii olaanaa federaalaa dhaddacha Dirree Dhawaa damee Jigjigaa afraffaan dhimma himatamtootaa gocha shororkeessummaatiin himatamanii…
      SIYAASA

      Paartiin Badhaadhinaa ‘raayyaa miidiyaa’ hundeesseen duula olola gaggeessaa jira: BBC

      Finfinnee, Ebla 19, 2024 – BBC’n qorannoo gaggeesseera jechuun gabaasa baaseen, miseensonni paartii badhaadhinaa keessumaa kan bulchiinsa magaalaa Finfinnee duula…
      SIYAASA

      Mootummaan naannoo Amaaraa ABUT “naannoo too’ate saffisaan akka gadhiisu” waamicha dhiyeesse

      Finfinnee, Ebla 17, 2024 – Mootummaan naannoo Amaaraa Addi Bilisummaa Ummata Tigraay (ABUT) Waliigaltee Piritooriyaa “guutumaan guututti akka kabajuu” fi…
      SIYAASA

      Walitti bu’iinsa Raayyaa Alaamaaxaa hordofuun aanga’oonniifi jiraattonni gara magaala Qobbootti dheessaa jiraachuu himame

      Finfinnee, Ebla 16, 2024 – Walitti bu’iinsa Raayyaa Alaamaaxaatti tibbana mudate hordofuun lammiilee nagaa 3,000 hanga 5,000 ta’aniifi aanga’oonni mootummaa…
      SIYAASA

      ABO’n qorannoon mootummaan ajjeechaa Battee Urgeessaarratti gaggeessu “ragaa waliin dhahuu, oduu sobaafi duula hololaatiin” burjaaja’eera jedhe

      Finfinnee, Ebla 15, 2024 – Addi Bilisummaa Oromoo (ABO) amanummaa qorannoo ajjeechaa qondaala Battee urgeessaa kan godina Shawaa Bahaa magaala…
      ODUU

      Ajjeechaa Battee Urgeessaan walqabatee shakkamtoonni 13 to’atamuu poolisiin beeksise

      Finfinnee, Ebla 12/2024 – Ajjeechaa qondaala siyaasaa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Battee Urgeessaan walqabatee shakkamtoonni 13 to’atamuu Qajeelcha Poolisii Godina…
      ODUU

      Ajjeechaan Maraawwii lubbuu namoota 50 ol galaafate qaama walaba ta’een akka qoratamu Amnastii Intarnaashinaal gaafate

      Finfinnee, Ebla 12/2024 – Naannoo Amaaraa magaalaa Maraawwiitti ajjeechaa lammiilee nagaa 50 ol irratti raawwatame ilaalchisee Manni Maree Mirgoota Namoomaa…
      ODUU

      Itoophiyaatti imaammata harka qalleeyyii irratti xiyyeeffatu akka barbaachisu Ameerikaa dabalatee biyyoonni 17 hubachiisan

      Finfinnee, Ebla 11/2024 – Gargaarsi namoomaa Itoophiyaa keessatti gaggeeffamaa jiru galma karoorfameen akka gahuuf mootummaan Itoophiyaa imaammata jireenya harka qalleeyyii…
      ODUU

      Itoophiyaan miseensa Dhaabbata Daldala Addunyaa ta’uuf baatii Caamsaa keessa marii marsaa 5ffaa ni gaggeessiti 

      Finfinnee, Ebla 08/2024 – Itoophiyaan marii marsaa shanaffaa miseensa Dhaabbata Daldala Addunyaa akka taatu ishee taasisu baatii Caamsaa dhufu akka…
      ODUU

      Raayyaan Ittisa Biyyaa daangaa naannolee Amaaraa, Tigraayitti itti gaafatamummaa nageenya eegsisuu akka fudhatu ibsame

      Finfinnee, Ebla 05/2024 – Dhimmoonni “eenyummaa fi daangaa” murtoo uummataan furmaata hanga argatanitti Raayyaan Ittisa Biyyaa bakkeewwan daangaa naannolee Amaaraa…
      ODUU

      Somaaliyaan Ambaasaaddarri Itoophiyaa sa’aatii 72 keessatti biyyattii gadhiisanii akka bahan ajaja dabarsite 

      Finfinnee, Ebla 05/2024 – Ministeerri Dhimma Alaa fi Tumsa Idil-addunyaa Somaaliyaa ibsa har’a waaree booda baaseen, Somaaliyaatti Ambaasaaddarri Itoophiyaa Muktaar…
      ODUU

      Hiyumaan Raayitis Waach loltoonni Itoophiyaa ergama nagaa eegsisuu irraa akka ugguraman gaafate

      Finfinnee, Ebla 04/2024 – Dhaabbanni mirga dhala namaaf falmu Hiyumaan Raayts Waach (HRW) jedhamu humnoonni mootummaa Itoophiyaa naannoo Amaaraatti “ajjeechaa…
      DHIMMA HAWAASAA

      Walitti bu’iinsaa daangaa Somaaliifi Affaar qabbanaa’e

      Finfinnee, Ebla 01, 2024 – Walitti bu’iinsi daangaarraa Somaaleefi Affaar gidduutti torban darbe mudatee ture deebi’ee qabbanaa’uu jiraattonni himan. Jiraataa…
      ODUU

      Kiristaan Taaddalaa dabalatee namoonni yakka shororkeessummaan himataman mana murtii dhiyaatan

      Finfinnee, Bitootessa 30/2024 – Miseensi Paarlaamaa Kiristaan Taaddalaa, miseensa Mana Maree Naannoo Amaaraa Yohaannis Buwaayaaloo fi miseensa Mana Maree Magaalaa…
      ODUU

      Gaambeellaatti haleellaa konkolaataa ummataarratti raawwatameen namoonni sadi ajjeefaman

      Finfinnee, Bitootessa 28/2024 – Naannoo Gaambeellaatti Roobii, Bitootessa 27, 2024 ganama haleellaa hidhattoonni konkolaataa ummataa magaalaa Gaambeellaa irraa ka’uun gara…
      DHIMMA HAWAASAA

      Itoophiyaatti qaala’insi jireenyaa dabalaa jiru “lammiilee hiyyummaaf saaxiluu” qorannoon agarsiise

      Finfinnee, Bitootessa 27, 2024 – Dhaabbati Afroo Baaroomeetir jedhamu qorannoo gaggeesse jedheen Itoophiyaatti qaala’iinsi jireenyaa dabaluun “namoonni hiyyumaa keessa galaa…
      ODUU

      Itoophiyaatti baatii darbe keessa qofa namoonni 764 dhibee busaan du’an – UN

      Finfinnee, Bitootessa 27/2024 – Itoophiyaatti baatii Guraandhala keessatti qofa namoonni 764 dhibee busaan du’uu Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Qindeessaa Dhimmoota Gargaarsa…
      ODUU

      Konkolaachistoonni Naannoo Amaaraa hanqina fi daballii gatii boba’aan rakkachuu himan

      Finfinnee, Bitootessa 26/2024 – Baatileef walitti bu’iinsaan raafamaa kan jiru Naannoo Amaaraa, magaalota tokko tokko keessatti daballii gatii boba’aa sababa…
      ODUU

      Ameerikaan haleellaawwan Godina Addaa Saba Oromoo fi Shawaa Kaabaatti raawwataman akka ishee yaaddeesse ibsite

      Finfinnee, Bitootessa 26/2024 – Naannoo Amaaraa Godina Addaa Saba Oromoo fi Godina Shawaa Kaabaa keessatti haleellaawwan raawwatamaniin lubbuun lammiilee darbuu,…
      ODUU

      Bulchiinsi Yeroo Tigraay “mootummaan naannoo Amaaraa lafa Tigraay sirna barnootaa fi kaartaa isaa keessatti galche” jechuun himate

      Finfinnee, Bitootessa 25/2024 – Mootummaan Naannoo Amaaraa kaartaa naannichaa “lafa Tigraay qaama bulchiinsa isaa taasisuudhaan” qopheessuu fi sirna barnoota keessa…
      ODUU

      Itoophiyaan lammiileen alaa qabeenya akka horatan eeyyamuuf ta’uu MM Abiy Ahimad dubbatan

      Finfinnee, Bitootessa 25/2024 – Mootummaan Itoophiyaa karoora bal’aa diinagdee biyyattii banaa taasisuun invastaroota biyya alaa hawwachuuf qabuun walqabatee lammiileen biyya…
      ODUU

      Keeniyaa, bulchiinsa Moyyaleetti lammiileen Itoophiyaa shan ‘seeraan ala albuuda baasaa turan’ to’annoo jala oolan 

      Finfinnee, Bitootessa 25/2024 – Kaaba Keeniyaa bulchiinsa Marsabiit, kutaa bulchiinsa Moyyalee keessa lammiileen Itoophiyaa shan bakka albuuda torban lama dura…
      ODUU

      Komishiniin Mirgoota Namoomaa gabaasa isaatin ‘sarbiinsa mirga namoomaa bal’aa’ waggoota shanan keessa raawwataman ifa godhe

      Finfinnee, Bitootessa 23/2024 – Komishiniin Mirga Namomaa Itoophiyaa (KMNI) bara 2018 hanga 2023 keessa sarbiinsi mirga namoomaa bal’aa uummata biyyattii…
      ODUU

      Namoonni 280 ol Naannoo Amaaraatti to’annoo hidhattoota Faannoo jala turan birrii miiliyoona jahaan gadhiifaman

      Finfinnee, Bitootessa 23/2024 – Namoonni naannawaa hidhaa haaromsaatti hojii bosona ciruuf naannoo Kibba Itoophiyaa godina Gaardullaa irraa gara naannoo Beenishaangul…
      ODUU

      Komishinarri Haaromsa Biyyaaleessaa ‘sababa dhuunfaatiin’ aangoo gadhiisan

      Finfinnee, Bitootessa 22, 2024 – Komishinarri komishinara Haaromsa Biyyaaleessaa Ambaasaaddar Tashoomaa Togaa, kan Amajjii 2023 irraa eegalee itti gaafatamummaa fudhatanii…
      SIYAASA

      Namoota “yakka shororkeessummaatiin” shakke 50 too’annoo jala oolchuu humni waloo beeksise

      Finfinnee, Bitootessa 20, 2024 – Finfinneefi naannawa isheetti hokkora kakaasuuf namoota hidhatanii socho’aa turan 50 too’annoo jala oolchuu humni nageenyaa…
      DHIMMA HAWAASAA

      Magaala Gaambeellaatti poolisiin tokko rasaasaan rukutamuu hordofee muddamni dabale

      Finfinnee, Bitootessa 2024 – Magaala guddoo Naannoo Gaambeellaa, Gaambeellaa, keessatti guyyaa Wixataa poolisiin tiraafikaa tokko rasaasaan rukutamuu hordofee naannichatti muudamni…
      SEERA FI HAQA

      Haleellaan saaybarii hedduun yaalamuu Baankiin Daldala Itoophiyaa beeksise

      Finfinnee, Bitootessa 19/2024 – Yaaliiwwan haleellaa saaybarii hedduu irratti gaggeeffamuu Baankiin Daldala Itoophiyaa beeksise. Baankiin Daldala Itoophiyaa haleellaawwaan saaybarii hedduu…
      ODUU

      Itoophiyaan nama yakka sukaneessaa raawwate bilisa baafte: HRW

      Finfinee, Bitootessa 18/2024 – Dhaabbanni mirga namoomaaf falmu Hiyuumaan Raayts Waach (HRW) Pireezidaantii Naannoo Somaalee duraanii Abii Mohaammad Omar kan…
      SIYAASA

      Oduu: Aanaa Darraatti haleellaa hidhattoota ‘Faannoo’ itti fufeen namoonni 180 ol ukkaamfamuu jiraattoonni himan

       Finfinnee, Bitootessa 13/2024 – Naannoo Oromiyaa godina Shawaa Kaabaa aanaa Darraatti “haleellaa hidhattoota Faannoo” torban darbe eegale, itti fufuun jiraattota…
      SIYAASA

      Oduu: Mootummaan federaalaa fi ABUT hojiirra oolmaa waliigaltee nagaa Piriitooriyaaf kutannoo qaban irra deebiin mirkaneessan

      Finfinnee, Bitootessa 12/2024 – Walgahii gamaaggama tarsiimowaa raawwii Waliigaltee Nagaa Piriitooriyaa jalqabaa kaleessa Bitootessa 11, 2024 qopheessummaa Gamtaa Afrikaatiin Finfinneetti…
      SIYAASA

      Oduu: Bulchiinsi Yeroo Tigraay loltoota duraanii 100,000 ol hidhannoo hiikkachiisuu beeksise

      Finfinnee, Bitootessa 12/2024 – Bulchiinsi Yeroo Tigraay loltoota duraanii kuma 100 ol ta’an marsaa lamaan hidhannoo hiikkachiisuu beeksise. Haata’u malee,…
      SIYAASA

      Oduu: Koreen araaraa waldhabdee daangaa naannolee Affaarii fi Somaalee gidduu furu hundeeffame 

      Finfinnee, Bitootessa 09/2024 – Koreen waldhabdee daangaa naannolee Affaarii fi Somaalee gidduu jiru furuuf hojjatu hundeeffamuu gabaafame. Waldhabdee daangaa yeroo…
      SIYAASA

      Oduu: Shawaa Kaabaa Aanaa Darraatti haleellaa hidhattoonni ‘Faannoo’ raawwataniin lubbuun namoota 9 darbe – Jiraattota

      Finfinnee, Bitootessa 08/2024 – Naannoo Oromiyaa godina Shawaa Kaabaa aanaa Darraatti Kamisa Bitootessa 07, 2024 haleellaa “hidhattootni Faannoo” gandoota aanichaa…
      ODUU

      Oduu: Godina Arsiitti ijaarsi tarbaayinii madda humna qilleensaa 3 xumurame

      Finfinnee, Bitootessa 08, 2024 – Piroojektii ijaarsa tarbaayinoota madda humna elektiriikaa 29 maallaqa Yuuroo miliyoona 145 godina Arsii aanaa Heexoossaatti…
      SIYAASA

      Oduu: Naannoo Amaaraatti namoonni nagaa 285 hidhattootaan butaman

      Finfinnee, Bitootessa 07, 2024 – Namoonni nagaa naannawa hidha haaromsaatii hojii bosona mancaasuutiif naannoo Kibba Itoophiyaa godina Gaardullaatii gara naannoo…
      XIINXALA ODUU

      Oduu: Ergamaan addaa Ameerikaa marii raawwii waliigaltee Piriitooriyaarratti ni hirmaata jedhame

      Finfinnee, Bitootessa 07, 2024 – Gaanfa Afrikaatti ergamaan addaa Ameerikaa Maayk Haamar marii raawwii waliigaltee Piriitooriyaa gamaaggamuuf Gamtaan Afrikaa qopheessu…
      ODUU

      Oduu: Ameerikaan Itoophiyaafi Misra mari’achiisuuf qophii ta’uu himte : Miidiyaa Misraa

      Finfinnee, Bitootessa 06, 2024 – Ameerikaan Itoophiyaafi Misra dhimma hidha haaromsaatiin walqabatee waliigalteerra akka gahaniif mari’achisuuf qophii ta’uu ministeera dhimma alaa…
      SEERA FI HAQA

      Oduu: Qondaalli ABO Battee Urgeessaa wabiidhaan akka gadhiifaman manni murtii ajaja dabarse

      Finfinnee, Bitootessa 06/2024 – Yakka “jeequmsa kakaasuun” shakkamanii torban lama dura gaazexeessaa lammii Faransaay, Antuwaan Gaalindoo, waliin magaalaa Finfinneetti to’annoo…
      DHIMMA HAWAASAA

      Oduu: Naannolee 3 keessatti humni ibsaa addaan cituun haleellaa hidhattoonni raawwataniin ta’uu himame

      Finfinnee, Bitootessa 06, 2024 – Naannoolee sadii keessatti addaan cituu humna ibsaa kan mudate sababa haleellaa hidhattoonni Faannoo ofiin jedhan…
      DHIMMA HAWAASAA

      Oduu: Itoophiyaan Chaayinaa waliin ta’uun buufata tajaajila saatalaayitii hojii eegalchiifte

      Finfinnee, Guraandhala 05, 2024 – Dhaabbanni Saayinsii Hawaafi Teessuma lafaa Itoophiyaa Chaayinaa waliin ta’uun giddugala odeeffannoo saatalaayitii biyyoota, dhaabbileefi fayyadamtootaa…
      ODUU

      Oduu: Mootummaan Battee Urgeessaafi miseensota paartilee mormitootaa biroo dararaa jiraachuu HRW ibse

      Finfinnee, Bitootessa 05, 2024 – Ji’a Guraandhalaa keessa humnoonni nageeyaa mootummaa qondaala siyaasaa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Battee Urgeessaa too’annoo…
      ODUU

      Oduu: Walitti bu’’insa loltoota mootummaafi hidhattoota Faannoo booda magaalli Baahir Daar tasgabbaa’uu himame

      Finfinnee, Bitootessa 04, 2024 – Walitti bu’iinsa humnoota mootummaafi hidhattoota Faannoo ofii jedhan gidduutti Guraandhala 29tti mudate tasgabbaa’uun magaalli guddoon…
      SIYAASA

      Oduu: Itoophiyaa fi Somaaliyaan jechoota waldhabdee hammeessan walitti darbachurraa of qusachuuf waliigalan

      Finfinnee, Bitootessa 04/2024 – Waliigaltee ulaa galaanaa jalqaba bara kanatti Itoophiyaa fi Somaalilaand gidduu mallatteeffame hordofee hariiroon isaanii kan boora’e…
      SEERA FI HAQA

      Oduu: Manni Murtiin dhimma Battee Urgeessaa irratti guyyoota qorannoo dabalataa shan eeyyame

      Finfinnee, Bitootessa 01/2024 – Torban tokko dura gaazexeessaa lammii Faransaay, Antuwaan Gaalindoo, waliin magaalaa Finfinneetti to’annoo jala kan oolan qondaalli…
      SIYAASA

      Oduu: Baahirdaaritti humnoota mootummaa fi ‘Faannoo’ gidduu walitti bu’iinsa “meeshaalee gurguddaan deeggarame” mudate 

      Finfinnee, Bitootessa 01/2024 – Naannoo Amaaraa, magaalaa Baahirdaaritti, Kamisa Guraandhala 29, 2024 irraa eegalee humnoonni nageenyaa mootummaa fi hidhattootni ‘Faannoo’…
      SEERA FI HAQA

      Oduu: Manni Murtichi Artist Lij Yaareed hidhaa salphaa waggaa tokkoon akka adabamu murteesse

      Finfinnee, Bitootessa 01/2024 – Artisti Yaareed Zalaalam Baalchaa ykn Lij Yaareed jedhamuun beekamu himannaa “haasaa jibbiinsaa” irratti dhiyaateen hidhaa salphaa…
      SIYAASA

      Oduu: Naannoo Gaambeellaatti baatilee sagal keessatti namoonni 138 ajjeefaman, 113 madaa’aniiru: Gabaasa KMNI

      Finfinnee, Guraandhala 29/2024 – Naannoo Gaambeellaatti Caamsaa 2023 irraa eegalee sababa walitti bu’iinsa hawaasaa fi haleellaa baqattoota irratti raawwatameen yoo…
      DALDALA

      Oduu: Abbaan Taayitaa Gabaa Kaappitaalaa Itoophiyaa dhaabbilee federaalaa adda addaa waliin waliigalteewwan lama mallatteesse

      Finfinnee, Guraandhala 29/2024 – Abbaan Taayitaa Gabaa Kaappitaala Itoophiyaa guyyaa har’a waliigalteewwan bu’uuraalee gabaa kaappitaalaa cimsuu, iftoomina guddisuu fi dandeettii…
      SEERA FI HAQA

      Oduu: Gaazexeessaan Naannoo Somaalee keessatti himata ‘olola sobaa tamsaasuu’ jedhuun hidhame akka gadhiifamu gaafatame

      Finfinnee, Guraandhala 27/2024 – Naannoo Somaalee keessatti gaazexeessaa torban lama dura qaamolee nageenyaa naannichaatin to’annoo jala oole, Mohuddiin Mohaammad, atattamaan…
      Back to top button