XIINXALA ODUU
-
MNO hidhattoonni WBO “karaa nagaatiin deebi’aa jiru” yoo jedhu WBOn waraannisaa “gabbataa” jiraachuu hime
Finfinnee, Ebla 22, 2024 – Miidiyaalee fi aanga’oonni mootummaa miseensonni Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) karaa nagaatiin deebi’aa jiru oduu jedhu…
Read More » -
Paartiin Badhaadhinaa ‘raayyaa miidiyaa’ hundeesseen duula olola gaggeessaa jira: BBC
Finfinnee, Ebla 19, 2024 – BBC’n qorannoo gaggeesseera jechuun gabaasa baaseen, miseensonni paartii badhaadhinaa keessumaa kan bulchiinsa magaalaa Finfinnee duula…
Read More » -
Oduu: Ergamaan addaa Ameerikaa marii raawwii waliigaltee Piriitooriyaarratti ni hirmaata jedhame
Finfinnee, Bitootessa 07, 2024 – Gaanfa Afrikaatti ergamaan addaa Ameerikaa Maayk Haamar marii raawwii waliigaltee Piriitooriyaa gamaaggamuuf Gamtaan Afrikaa qopheessu…
Read More » -
Xiinxala Oduu: Qonnaan bultoonni godina Booranaa sababa hongeen loowwan isaanii dhaban ammallee hojii qonnaa gaggeessuuf rakkachuu himan
Geetahun Laggasaatiin @Birmaduu2 Finfinnee, Sadaasa 29/2023 – Qonnaan bultoonniifi horsiisee bultoonni godinaalee Oromiyaa garaagaraa keessa jiraatan hongee waggaa sadi oliif…
Read More » -
Xiinxala Oduu: Weerarri dhibee Busaa Lixa Oromiyaatti lubbuu namootaa galaafachuu itti fufeera; Jiraattota fi ogeeyyiin fayyaa xiyyeeffannoo guddaa akka laatamuuf gaafatan
Abdii Biyyansaatiin @ABiyenssa Finfinnee, Onkoloolessa 18/2023 – Godinaalee Lixa Oromiyaa, keessattuu Godina Wallagga Lixaa fi Qeellam Wallaggaa keessatti weerarri dhibee…
Read More » -
Oduu: Mariin Fandii Maallaqa Idiladdunyaa fi Itoophiyaa torbee dhufu goolabama jedhame
Finfinnee, Onkolooleessa 13, 2023 – Ergamtoonni Fandii Maallaqa Idiladdunyaa (IMF) Fulbaana 16 hamma 22, 2016tti Itoophiyaa daawwachuun aanga’oota mootummaa wajjiin marii…
Read More » -
Xiinxala Oduu: Miseensonni “gaachana sirnaa” fi milishaa nagaa eegsisuuf bobba’an mootummaa xixiqqoo nutti ta’an: Jiraattota
Finfinnee, Hagayya 24/2023 – Mootummaan Naannoo Oromiyaa kaayyoo “nageenya naannicha cimsuu” jedhuun Naannoo Oromiyaatti qaamolee “gaachana sirnaa” jedhamanii fi milishaa…
Read More »