ODUU
-
Itoophiyaan murtee Gamtaan Awurooppaa lammiilee Itoophiyaaf viizaa dhorkuuf dabarse deebi’e akka ilaalu gaafatte
Finfinnee, Caamsaa 02/2024 – Mootummaan Itoophiyaa “murtee Manni Maree Gamtaa Awurooppaa lammiilee Itoophiyaaf viizaa kennuu yeroodhaaf addaan kutuuf dabarse murteesseen…
Read More » -
Itoophiyaafi Somaaliilaand ji’oota lama keessatti ni waliigaltee biraa mallatteessu jedhame
Finfinnee, Ebla 30, 2024 -Itoophiyaafi Somaaliilaand waliigaltee handaara galaanaa lammaffaa ji’oota lama keessatti kan mallatteessan ta’uu Ministeerri Dhimma Alaa Somaaliilaand…
Read More » -
Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii balaan lolaa rooba gannaa namoota 1,000,000 ol buqqisuu danda’a jedhe
Finfinnee, Ebla 27, 2024 – Roobni gannaa dhufu namoota 1,000,000 tokkoo ol qe’eerraa buqqisuu akka danda’u Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti qindeessaan…
Read More » -
Miseensi koree giddugaleessaa KFO Shaamanii Beenyaa too’annoo poolisii jala erga oolanii torban darbus mana murtiitti hin dhiyaanne
Finfinnee, Ebla 26, 2024 – Miseensa koree giddugaleessaa Kongireessii Federaalaa Oromoo (KFO) kan ta’an Obbo Shaamanii Beenyaa magaala Adaamaatti too’annoo…
Read More » -
Obbo Taayyee Danda’aa mana murtiitti dhiyaatan
Finfinnee, Ebla 25, 2024 – Ministeera nageenyaatti deetaa ministeera kan turan Obbo Taayyee Danda’aa yakka humnoota farra nageenyaa deeggaruu fi…
Read More » -
Paartiin Sochii Biyyaalessaa Walaayittaa harkifannaa mindaa hojjattoota mootummaa yaadessaa ta’uu ibse
Finfinnee, Ebla 25, 2024 – Kafaltiin mindaa garmalee harkifataa ta’ee amansiisaa hin taane hojjattoota godina Walaayittaa mudachaa jiru sodaachisaa ta’uu…
Read More » -
Gamtaan gareewwan abukaatoo fi mirga namoomaa Oromoo ajjeechaan Battee Urgeessaa akka qoratamu gaafate
Finfinnee, Ebla 23, 2024 – Gamtaan Gareewwan Abukaatoo fi Mirga Namoomaa Oromoo ajjeechaa “nama sagalee Oromoo ta’e” Jaal Battee Urgeessaarratti raawwatame…
Read More » -
Namoonni naannawa Alamaaxaatii buqqa’an 50,000 darbuun ibsame
Finfinnee, Ebla 23, 2024 – Walitti bu’iinsa naannoo Raayyaa Alamaaxaatti tibbana mudate hordofuun namoonni qe’eesaanirraa buqqaafaman 50,000 darbuu Dhaabbata Mootummoota…
Read More » -
MNO hidhattoonni WBO “karaa nagaatiin deebi’aa jiru” yoo jedhu WBOn waraannisaa “gabbataa” jiraachuu hime
Finfinnee, Ebla 22, 2024 – Miidiyaalee fi aanga’oonni mootummaa miseensonni Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) karaa nagaatiin deebi’aa jiru oduu jedhu…
Read More » -
Kutaalee Oromiyaa garaagaraatti walitti dhukaasa humnoota mootummaa fi WBO gidduu itti fufeen lubbuun namoota nagaa darbe
Finfinnee, Ebla 19/2024 – Torban muraasa darban keessatti kutaalee Oromiyaa garaagaraa keessatti walitti dhukaasa humnoota nageenyaa mootummaa fi Waraana Bilisummaa…
Read More »