Chaayinaa
- DHIMMA HAWAASAA
Oduu: Itoophiyaan Chaayinaa waliin ta’uun buufata tajaajila saatalaayitii hojii eegalchiifte
Finfinnee, Guraandhala 05, 2024 – Dhaabbanni Saayinsii Hawaafi Teessuma lafaa Itoophiyaa Chaayinaa waliin ta’uun giddugala odeeffannoo saatalaayitii biyyoota, dhaabbileefi fayyadamtootaa…
Read More » - DHIMMA HAWAASAA
Oduu: Industiriin barnootaafi leenjii Chaayinaan deeggaramu Itoophiyaatti hojii eegale
Finfinnee Muddee 18, 2023 – Giddugalli barnootaafi leenjii ministeera barnootaa Chaayinaatiin deeggaramu Itoophiyaatti hojii eegaluu kamisa darbe ministeerichi beeksiseera. Giddugalli…
Read More » - SEERA FI HAQA
Oduu: Lammilee biyya alaa daldala albuuda seeraan alaa irratti hirmaatan 100 ol irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Sadaasa 17/2023 – Lammiilee biyya alaa albuuda seeraan alaa daddabarsuu irratti hirmaatan 100 ol ta’an irratti tarkaanfiin fudhatamuu Ministeerri…
Read More » - ODUU
Oduu: Itoophiyaan liqii Chaayinaan jalaa uggurte akka gadhiifamuuf gaafatte
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2023 – Gareen bakka bu’oota aanga’oota Itoophiyaa Ministeera Faaynansii Ahmad Shideetiin durfamu liqiin Baankiin Chaayinaa jalaa uggure…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Godina Shawaa Kaabaatti lammiilee Chaayinaa lakkoofsi isaanii hin beekamne hidhattootaan butamuu jiraattonni himan
Finfinnee, Onkololeessa 20/2023 – Naannoo Oromiyaa Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Dagamitti kaleessa Kamisa, Onkoloolessa 20 lola hidhattoota Waraana Bilisummaa Oromoo…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Hariiroon Itoophiyaa fi Chaayinaa sadarkaa tokko guddate: Pireezidaant Zhijiinpiing
Finfinnee, Onkolooleessa 17, 2023 – Hariiroon Itoophiyaa fi Chaayinaa sadarkaa tokko dabaluu pireezidaantiin Chaayinaa Zhijiinpiing himan. Zhijiinpiing kana kan jedhan…
Read More » - DALDALA
Oduu: Chaayinaan Itoophiyaaf yeroo liqaa ittiin kaffaltu akka dheereessitu beeksiste
Finfinnee, Hagayya 24/2023 – Walga’ii BRICS-Africa Outreach fi BRICS Plus Afrikaa Kibbaa magaalaa Johaanisbargitti gaggeeffamuun dura Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiy…
Read More »