Eertiraa
- SIYAASA
Oduu: Itoophiyaa fi Eertiraan hojiirra oolmaa waliigaltee Aljeersiif waliin akka hojjetan dhaamame
Finfinnee, Muddee 13/2023 – Itoophiyaa fi Eertiraan hojiirra oolmaa waliigaltee Aljeersiif akka hojjetan mootummaan Ameerikaa fi Gamtaan Awurooppaa gaafatan. Mootumoonni…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Ministeerri Dhimma Alaa Ameerikaa Antoonii Bilinkan “humnoonni Eertiraa guutummaatti Itoophiyaa keessaa bahuu qabu” jedhan
Finfinnee, Sadaasa 03/2023 – Ministirri Dhimma Alaa Ameerikaa Antoonii Bilinkan “humnoonni Eertiraa guutummaatti Itoophiyaa keessaa bahuu qabu” jechuun hubachiisan. Kana…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Waraanni Eertiraa naannolee Itoophiyaa seeraan ala qabatee jiru gadhiise akka bahu Gamtaan Awurooppaa gaafate
Finfinnee, Onkoloolessa 27/2023 – Gamtaan Awurooppaa akkaataa murtee Kominishinii Daangaa Itiyoo Eertiraatin waraanni Eertiraa naannolee Itoophiyaa gadhiise akka bahu gaafateera.…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Mootummaan Eertiraa dhimma Galaana Diimaa irratti qaama kamiinuu waliin mariif akka hin teenye beeksise
Finfinnee, Onkoloolessa 16/2023 – Ministirri Mummee Itoophiyaa Abiy Ahmad tibbana dhimma itti fayyadama Galaana Diimaa irratti ejjennoo mootummaan isaanii qabu…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Galaanni Diimaa fi lagni Abbayyaa dhimmoota ijoo guddina fi badiisa Itoophiyaa murteessaniidha: MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Onkoloolessa 14/2023 – Ministritti Mummee Abiy Ahimad, Itoophiyaan karra galaanaa ishee barbaachisaa, dhimma Galaana Diimaa irrattis mari’achuun ishee barbaachisa…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Itoophiyaatti yakka waraanaa, yakka namoomaa irratti raawwatamu itti fufee jiraachuu gareen ogeeyyii UN beeksise
Finfinnee, Fulbaana 19/2023 – Waliigaltee nagaa mootummaa federaalaa fi humnoota Tigraay gidduu erga mallatteeffamee waggaa tokko booda Itoophiyaatti Ogeeyyiin Mirga…
Read More » - SIYAASA
Xiinxala: Barbaacha filannoo Buufata Doonii Itoophiyaa: Kara mariidhaani moo humnaan?
Abdii Biyyansaa @ABiyenssa Finfinnee, Fulbaana 09/2023 – Ji’oota muraasa dura muummichi ministeera Itoophiyaa Abiy Ahmad waa’ee buufata doonii fi barabaachisuma…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Waliigalteen nagaa erga mallatteeffame booda loltoonni Eertiraa Naannoo Tigraayitti yakka waraanaa raawwataniiru: Amnastii Intarnaashinaal
Finfinnee, Fulbaana 05/2023 – Baatii Sadaasa 2022 keessa mootummaa federaalaa Itoophiyaa fi Adda Bilisummaa Ummata Tigraay (ABUT) gidduutti waliigaltee waraana…
Read More »