Gaambeellaa
- ODUU
Naannoo Gaambeellaatti haleellaa konkolaataa uummataarratti raawwatameen imaltoota torba irratti miidhaan qaqqabe
Finfinnee, Caamsaa 08/2024 – Naannoo Gaambeellaa godina Anyuwaak ganda Ochoom jedhamu keessatti Dilbata darbe Ebla 05, 2024 haleellaa konkolaataa uummataa…
Read More » - ODUU
Gaambeellaatti haleellaa konkolaataa ummataarratti raawwatameen namoonni sadi ajjeefaman
Finfinnee, Bitootessa 28/2024 – Naannoo Gaambeellaatti Roobii, Bitootessa 27, 2024 ganama haleellaa hidhattoonni konkolaataa ummataa magaalaa Gaambeellaa irraa ka’uun gara…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Naannoo Gaambeellaatti baatilee sagal keessatti namoonni 138 ajjeefaman, 113 madaa’aniiru: Gabaasa KMNI
Finfinnee, Guraandhala 29/2024 – Naannoo Gaambeellaatti Caamsaa 2023 irraa eegalee sababa walitti bu’iinsa hawaasaa fi haleellaa baqattoota irratti raawwatameen yoo…
Read More » - DHIMMA HAWAASAA
Oduu: Baqattoonni biyyoota ollaa Naannoo Gaambeellaa keessaa jiran beelaan du’aa jiraachuu KMNI ibse
Finfinnee, Fulbaana 21/2023 – Baqattoonni biyyoota ollaa irraa gara Gaambeellaatti kooluu galan sababa beelaa fi hanqina nyaataatiin du’aa jiraachuu Komishiniin…
Read More » - DHIMMA HAWAASAA
Oduu: Naannoo Gaambeellaatti aanaalee sagal keessatti balaan lolaa mudateen jiraattonni qe’ee isaanii irraa buqqa’an
Finfinnee, Fulbaana 19/2023 – Naannoo Gaambeellaatti magaalaa Gaambeellaa dabalatee aanaalee sagal keessatti sababa balaa lolaatin jiraattonni qe’ee isaanii irraa buqqa’uu…
Read More »