Oromiyaa
- SIYAASA
Oduu: Godina Booranaa Aanaa Miyootti ajjeechaa milishoonni dargaggoo tokkorra raawwatan dheekkamsa kaase
Finfinnee, Bitootessa 07/2024 – Naannoo Oromiyaa godina Booranaa aanaa Miyootti Kibxata Bitootessa 05, 2024 dargaggoon ganna 24 Qallaa Bonayyaa jedhamu…
Read More » - DHIMMA HAWAASAA
Xiinxala: Miidhaa saalaa buqqaatota Lixa Oromiyaarra gahaa jiru fi gidiraa sagalee dhabe
Abdii Biyyansaatin @ABiyenssa Finfinnee, Bitootessa 06/2024 – Jiraattonni godina Horroo Guduruu Wallaggaa aanaa Jaardagaa Jaartee Fulbaana bara 2023 keessa haleellaa…
Read More » - SEERA FI HAQA
Oduu: Qondaalli ABO Battee Urgeessaa wabiidhaan akka gadhiifaman manni murtii ajaja dabarse
Finfinnee, Bitootessa 06/2024 – Yakka “jeequmsa kakaasuun” shakkamanii torban lama dura gaazexeessaa lammii Faransaay, Antuwaan Gaalindoo, waliin magaalaa Finfinneetti to’annoo…
Read More » - SEERA FI HAQA
Oduu: Manni Murtiin dhimma Battee Urgeessaa irratti guyyoota qorannoo dabalataa shan eeyyame
Finfinnee, Bitootessa 01/2024 – Torban tokko dura gaazexeessaa lammii Faransaay, Antuwaan Gaalindoo, waliin magaalaa Finfinneetti to’annoo jala kan oolan qondaalli…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Qondaalli olaanoo ABO Battee Urgeessaa fi gaazexeessaan Lammii Faransaay Finfinneetti hidhaman
Finfinnee, Guraandhala 26/2024 – Qondaalli Siyaasaa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Battee Urgeessaa fi gaazexeessaa lammii Faransaay Antooyin Gaalindoo Kamisa darbe…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Oromiyaatti waggoota lama keessa lammiilee nagaa 100 ol humnoonni mootummaa fi hidhattootaan ajjeefaman: KMNI
Finfinnee, Guraandhala 24/2024 – Naannoo Oromiyaatti waggoota lamaan darban keessa humnoota mootummaa fi hidhattootaa haleellaawwan lammiilee nagaa irratti raawwataniin “dhiittama…
Read More » - AF-GAAFFII
Abdii Dheekkamaa: Dargaggoo gosa ispoortii wal’aansootin akka biyyaatti dorgomee medaaliyaa Warqee 14 mo’ate
Geetahun Laggasaatin @Birmaduu2 Finfinnee, Gurandhala 24/2024 – Abdii Dheekkamaa Sooraa dhalatee kan guddate godina caaseffama haaraatin Boorana Bahaa jedhame, aanaa…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Oromiyaatti “koreen dhoksaa qondaaltota mootummaa hammate yakkoonni suukanneessaa akka raawwatamaniif ajaja kennaa ture”- gabaasa Rooyitars
Finfinnee, Guraandhala 23/2024 – Naannoo Oromiyaatti koreen dhoksaa qondaaltota mootummaa olaanoo of keessa qabu, “WBO dabalatee mormitootasaa biroo ittiin himachuuf”…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Hidhabuu Abooteetti sababa walitti bu’iinsa humnoota mootummaa fi WBO gidduu gaggeeffameen lubbuun namoota nagaa 14 darbe
Finfinnee, Guraandhala 22/2024 – Naannoo Oromiyaa godina Shawaa Kaabaa aanaa Hidhabuu Abooteetti sababa wal waraansa humnoota nageenyaa mootummaa fi hidhattoota…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Ameerikaan marii nagaa marsaa sadaffaa mootummaa Itoophiyaa fi WBO gidduu taasifamu haala mijeessuuf qophii ta’uu ibsite
Finfinnee, Guraandhala 22/2024 – Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaatti Barreessituu Itti aantuu Dhimmoota Afrikaa kan ta’an Moolii Fii fi Gaanfa Afrikaatti…
Read More »