Tigraay
- XIINXALA ODUU
Oduu: Ergamaan addaa Ameerikaa marii raawwii waliigaltee Piriitooriyaarratti ni hirmaata jedhame
Finfinnee, Bitootessa 07, 2024 – Gaanfa Afrikaatti ergamaan addaa Ameerikaa Maayk Haamar marii raawwii waliigaltee Piriitooriyaa gamaaggamuuf Gamtaan Afrikaa qopheessu…
Read More » - DHIMMA HAWAASAA
Oduu: “Dhaabbileen federaalaa qubsuma lafa lixa Tigraay jijjiiruuf yeroo hojjachaa jiran kanatti filannoon uummataa hin yaadamu” – Getaachoo Raddaa
Finfinnee Guraandhala 13, 2024 – Dhaabbileen federaalaa qubsuma lafa Lixa Tigraay jijjiiruuf hojjachaa jiraachuu eeruun filannoo uummataa (riifarandamii) gaggeessuun “kan…
Read More » - ODUU
Oduu: Mootummaan federaalaa Bulchiinsi Yeroo Tigraay waliigaltee Piriitooriyaa guutumatti hojiitti hiikee hin xumurre jedhe
Finfinnee, Sadaasa 06, 2023 – Bulchiinsi Yeroo Tigraay waliigalteen mootummaa federaalaa fi loltoota Tigraay gidduutti Priitooriyaatti mallatteeffame guutumatti hojiitti hin…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Ministeerri Dhimma Alaa Ameerikaa Antoonii Bilinkan “humnoonni Eertiraa guutummaatti Itoophiyaa keessaa bahuu qabu” jedhan
Finfinnee, Sadaasa 03/2023 – Ministirri Dhimma Alaa Ameerikaa Antoonii Bilinkan “humnoonni Eertiraa guutummaatti Itoophiyaa keessaa bahuu qabu” jechuun hubachiisan. Kana…
Read More » - ODUU
Oduu: Waliigalteen Priitooriyaa itti fufiinsaan hojiitti akka hiikamuu biyyoonni 10 gaafatan
Finfinnee, Sadaasa 02, 2023 -Bu’aa waliigalteen Piriitooriyaa buuse jajuun tasgabbii fi nageenya lammiilee waaressuuf hojiin itti fufaan akka hojjatamu imbaasii fi…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Waraanni Eertiraa naannolee Itoophiyaa seeraan ala qabatee jiru gadhiise akka bahu Gamtaan Awurooppaa gaafate
Finfinnee, Onkoloolessa 27/2023 – Gamtaan Awurooppaa akkaataa murtee Kominishinii Daangaa Itiyoo Eertiraatin waraanni Eertiraa naannolee Itoophiyaa gadhiise akka bahu gaafateera.…
Read More » - DHIMMA HAWAASAA
Oduu: Mootummaan Itoophiyaa ibsa “dadhabaa” gorsituun barreessaa olaanaa Ameerikaa baafte kuffise
Finfinnee, Onkolooleessa 12, 2023 – Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti ergamaan addaa Itoophiyaa ibsa gorsituun barreessaa Olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii waldhabdee mootummaa fi…
Read More » - DHIMMA HAWAASAA
Oduu: Naannoo Tigraayitti waliigaltee nagaarra erga gahame booda namootni 1300 ol sababa beelaan du’aniiru – Qorannoo
Finfinnee, Fulbaana 26/2023 – Dhuma bara 2022tti mootummaa federaalaa fi humnoota Tigraay gidduu waliigaltee nagaa erga mallatteeffame booda Naannoo Tigraay…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Amnastii Intarnaashinaal yeroo hojii gareen qorannoo idil-addunyaa UN Itoophiyaatti muude akka dheeratu gaafate
Finfinnee, Fulbaana 19/2023 – Amnastii Intarnaashinaal ibsa Fulbaana ibsa Fulbaana 18 baaseen Komishiniin Mirga Namoomaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii yeroo qorannoo…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Itoophiyaatti yakka waraanaa, yakka namoomaa irratti raawwatamu itti fufee jiraachuu gareen ogeeyyii UN beeksise
Finfinnee, Fulbaana 19/2023 – Waliigaltee nagaa mootummaa federaalaa fi humnoota Tigraay gidduu erga mallatteeffamee waggaa tokko booda Itoophiyaatti Ogeeyyiin Mirga…
Read More »