Faannoo
- SIYAASA
Oduu: Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Amuruutti “haleellaa hidhattota Faannootin” lubbuun namoota 13 darbe
Abdii Biyyansaatin @ABiyenssa Finfinnee, Muddee 14/2023 – Naannoo Oromiyaa godina Horro Guduruu Wallaggaa aanaa Amuruu keessa bakka Qorqobbee jedhamutti Kibxata…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Godina Goojjam Lixaatti haleellaa “hidhattoonni Faannoo” raawwataniin lubbuu dhalattoota Oromoo 25 ol darbuu himame
Geetahun Laggasaatiin @Birmaduu2 Finfinnee, Sadaasa 13/2023 – Naannoo Amaaraa, Godina Goojjam Lixaa, Aanaa Buree gandoota Baqqoo Caaboofi Sontom Maariyaam keessatti…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Humnoonni mootummaa magaalaa Laalibalaa deebisanii to’achuu jiraattotni himan
Finfinnee, Sadaasa 09/2023 – Naannoo Amaaraa magaalaa seena-qabeettii, Laalibalaatti, walitti bu’iinsi humnoota mootummaa fi hidhattoota Faannoo gidduutti guyyaa kaleessa ganama…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Godina Addaa Saba Oromootti walitti bu’iinsa hidhattoota Faannoo fi jiraattotni gidduu uumameen namootni 18 ol ajjeefaman
Naatinaa’eel Fiixeetin @NatieFit Finfinnee, Sadaasa 07/2023 – Naannoo Amaaraa Godina Addaa Saba Oromoo Aanaa Arxummaa Fursiitti haleellaa hidhattoonni saba Amaaraa…
Read More » - XIINXALA
Xiinxala: Rakkoo nageenyaa aanaalee Oromiyaa gara daangaa Amaaraatti dhiyaatan keessa mudachaa jiru badiisa ulfaataa qaqqabsiisaa jira. Furmaanni maali?
Finfinnee, Onkoloolessa 25/2023 – Naannoo Oromiyaa keessatti rakkoon nageenyaa uummata hedduu lubbuu dhabsiisaa fi qe’eefi qabeenya isaarraa buqqisaa jiraachuu erga…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Magaalaa Gondar keessatti lola hidhattoota “Faannoo” fi humnoota mootummaa gidduu taasifameen lubbuun namoota hedduu darbe
Finfinnee, Fulbaana 25/2023 – Dilbata, Fulbaana 24 ganama irraa eegalee Naannoo Amaaraa magaalaa Gondar keessatti lola sa’aatii dheeraaf ture hidhattoota…
Read More » - SIYAASA
Oduu: “Namoota konkolaata keessa turan akka bu’aniifi hiriira galan ajajuun rasaasa itti roobsanii ajjeessan” – Jiraataa Aanaa Giddaa Ayyaanaa
Abdii Biyyansaa @ABiyenssa Finfinnee, Fulbaana 16/2023 – Godina Wallagga Bahaa Aanaa Giddaa Ayyaanaa bakka Diinchoo jedhamutti hidhattootni Amaaraa “Faannoo” ofiin…
Read More »