Og-barruu
- AF-GAAFFII
Af-gaaffii: Tasfaayeen hojiiwwan isaatin seenaa, qabsoo fi cunqursa Oromoo qalama bareedaan ibse darbe: Guchii Shimallis, barreessaa kitaaba seenaa Tasfaayee Gabra’aab
Naatinaa’eel Fiixeetin @NatieFit Finfinnee, Amajjii 17/2024 – Barreessitoota hojiiwwan og-barruu isaanii dhimmoota siyaasa fi hawaas-diinagdee biyya tokko namuu itti haasa’u…
Read More » - ODUU
Seenessa: Kitaabota Afaan Oromoo qabiyyee garagaraa qaban mul’achuun gaarii ta’uus qulqullina irratti hanqina guddaatu jira – Hayyoota Og-barruu
Abdii Biyyansaatin @ABiyenssa Finfinnee, Fulbaana 26/2023 – Ummanni Oromoo saboota Afrikaa gurguddoo aadaa, afaanii fi seenaa waloo qaban keessaa isa…
Read More »