Ameerikaa
- SIYAASA
Oduu: Ameerikaa, UK fi Kaanaadaan qaamolee hojjettoota Baankii Misooma Afrikaa irratti haleellaa raawwatan akka gaafataman hubachiisan
Finfinnee, Muddee 28/2023 – Reebicha fi hidhaa tibbana magaalaa Finfinnee keessatti hoji gaggeessaa Baankii Misooma Afrikaa damee Itoophiyaa Dr Abdul…
Read More » - ODUU
Oduu: Mootummaan Somaaliyaa ajajaa olaanaa Alshabaab ajjeefame jedhe
Finfinnee, Muddee 22, 2023 – Mootummaan Somaaliyaa ajajaan olaanaa Alshabaab haleellaa xiyyaaraa Ameerikaan gaggeessiteen ajjeefame jedhe. Ajajaa olaanaa garichaa Maaliim…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Maayik Haamar guyyoota kudhan dhufaniif Itoophiyaa, Jibuutii fi Kuwaataaritti daawwannaa hojii ni gaggeessa
Finfinnee, Muddee 08/2023 – Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa Ameerikaa kan ta’an Maayik Haamar Jibuutii, Itoophiyaa fi Kuwaataaritti daawwannaa hojii guyyaa…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Imbaasiin Ameerikaa Itoophiyaa jiru Afaan ilaalchisee heera fi seerota biyyattii ni kabaja – Ministira Dhimma Alaa Ameerikaa
Finfinnee, Muddee 05/2023 – Imbaasiin Ameerikaa Itoophiyaatti argamu tibbana adeemsa hojiisaa fi tajaajila maamiltoota isaaf kennu ilaalchisee ergaa gabaabaa Afaan…
Read More » - ODUU
Oduu: Ameerikaan mootummaan mariidhaaf akka taa’u amansiisuuf “ji’ootaaf” yaalii taasisuu ibsite
Finfinnee, Muddee 01, 2023 – Mootummaan Itoophiyaa Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) waliin mariidhaaf akka taa’uuf amansiisuuf yaalii yeroo dheeraa taasisaa…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Ergama Imbaasiin Ameerikaa kutaalee Itoophiyaa hunda wal-qixxummaan dhaqqabuuf godhu ni deeggarra: Waldaalee Oromoo-Ameerikaa
Finfinnee, Sadaasa 28/2023 – Imbaasiin Ameerikaa Itoophiyaatti argamu tibbana adeemsa hojiisaa fi tajaajila maamiltoota isaaf kennu ilaalchisee ergaa gabaabaa Afaan…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Antoonii Bilinkan fi MM Abiy Ahimad dhimma gargaarsa nyaataa deebi’ee eegaluu, walitti bu’iinsa naannoo Amaaraa fi Oromiyaa irratti mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 18/2023 – Ministirri Dhimma Alaa Ameerikaa Antoonii Bilinkan Ministira Muummee Itoophiyaa Abiy Ahimad waliin dhimma gargaarsa nyaataa baatii…
Read More » - DHIMMA HAWAASAA
Oduu: Dhaabbatni Gargaarsaa Ameerikaa baatii dhufu eegalee guutuu Itoophiyaa keessatti gargaarsa nyaataa dhiyeessuu eegaluufi
Finfinnee, Sadaasa 15/2023 – Dhaabbata gargaarsaa Ameerikaaa (USAID) Itoophiyaa keessatti gargaarsi sadarkaa biyyaatti miidhamtootaaf kennamaa ture kaayyoo hin yaadamneef akka…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Ministeerri Dhimma Alaa Ameerikaa Antoonii Bilinkan “humnoonni Eertiraa guutummaatti Itoophiyaa keessaa bahuu qabu” jedhan
Finfinnee, Sadaasa 03/2023 – Ministirri Dhimma Alaa Ameerikaa Antoonii Bilinkan “humnoonni Eertiraa guutummaatti Itoophiyaa keessaa bahuu qabu” jechuun hubachiisan. Kana…
Read More »