AADAA FI AARTII
-
Oduu: Torban yaadannoo Artiisti Alii Birraa har’a eegalee magaalaa Dirree Dhawaatti ni gaggeeffama
Finfinnee, Sadaasa 06/2023 – Waggaa tokko dura Sadaasa 06, 2022 addunyaa kanarraa du’aan kan boqote Doktora Kabajaa Artisti Alii Birraaf…
Read More » -
Af-gaaffii: ‘Warraaqsi gama muuziqaa Oromoon jalqabame itti fufuu qaba’: Leencoo Fiqiruu, ogeessa suur-sagalee
Abdii Biyyansaatin @ABiyenssa Finfinnee, Sadaasa 01/2023 – Suur-sagalee muuziqaa Oromoo yeroo ammaa kana fooyya’insa guddaa agarsiisaa jiru keessatti maqaan Leencoo Fiqiruu…
Read More » -
Seenessa: Hariiroo ayyaana Irreechaa fi guddina sadarkaa qulqullina uffata aadaa Oromoo irratti Dizaayinaroota fi fayyadamtootni maal jedhu?
Getaahun Laggasaatin @Birmaduu2 Finfinnee, Onkoloolessa 04/2023 – Ayyaana Irreechaa yeroo yaadannu uummatni Oromoo Waaqa isa bacaqii gannaa irraa gara booqaa…
Read More » -
Oduu: Itoophiyaan hambaalee seena-qabeessa galmeessisuun Afrikaa keessaa tokkoffaa taate
Finfinnee, Fulbaana 22, 2023 – Itoophiyaan baay’ina hambaalee seena-qabeessa dinqisiisoo ta’an dhaabbata idiladdunyaa hambaalee galmeessu UNESCO jedhamuun beekamtii argataniin Afrikaa…
Read More » -
Af-gaaffii: Dargaggoonni sochii hawwisoo Afran Qalloo waggootaaf addaan citee ture deebisanii haaromsuuf socho’aa jiran maal jedhu?
Geetahun Laggasaatin @Birmaduu2 Finfinnee, Fulbaana 20/2023 – Bara 1954 ALI hundeeffamuun Artistoota gameeyyii Oromoo kanneen akka Alii Birraa, Alii Shabboo,…
Read More » -
Seenessa: Abdii Qophee artiistoota sabboonummaa Oromoo gadi dhaabuu keessatti gahee olaanaa qaban keessaa tokko: Tuujii Ibraahim
Finfinnee, Hag 19, 2023 – Bo’oon lamaan armaan olii kunneen sirba weellisaa Abdii Qophee keessaa kan fudhatamaniidha. Sirba kana kan sirbe…
Read More » -
AS-Jabaa: Mana barumsa Afaan Oromootin keeroogiraafii fi shubbisa shaakalchiisuu banuuf karoorfadheen jira: Tulluu Hirkoo
Abdii Biyyansaatiin Finfinnee, Waxabajjii 16/2023 – Tulluu Hirkoo jedhama, godina Shawaa Lixaa aanaa Ejeree fi Jalduu gidduu ganda Dhakabooraa ykn Qoricha…
Read More » -
AS-Jabaa: “Dhaabbata akka Hooliwuudii fi Booliwuud Aartii Oromoof bu’uura ta’u danda’u ijaaruun karoora kooti” – Fraanol Ahmad
Naatinaa’eel Fiixeetin @NatieFit Finfinnee, Hagayya 04/2023 – Dhiibbaan Intarneetiin addunyaa irratti qabu yeroorraa gara yerootti dabalaa dhufuun yeroo ammaa kana uummata addunyaa…
Read More »