GULAALLI
-
Gulaalli: Oromiyaa fi Amaaraa keessatti haleellaan diroonii lubbuu lammiilee nagaa hedduu galaafataa jira. Raayyaan Ittisaa of eeggannoo guddaa taasisuu qaba
Finfinnee, Amajjii 12/2024 – Itoophiyaa keessatti xiyyaara nama maleessa diroonii jedhamuun beekamu yeroo waraana Tigraay Sadaasa 2020 keessa eegalame. Yeroo…
Read More » -
Gulaalli: Namoonni dhiibbaan lakkaawwaman beelaan erga du’anii booda, miliyoononni ammallee balaa kanaaf saaxilamaniiru; Haaluun dhiifamee, otoo hin barfatiin balaa biyyaaleessaa ta’uunsaa haa labsamu!
Finfinnee, Muddee 29/2023 – Sababa hongeefi waraanaatiin oomishni midhaan nyaataa waggoota hedduuf hubamuu hordofuun Itoophiyaatti keessumaa naannolee Tigraayiifi Amaaraa keessatti…
Read More » -
Gulaallii: Rakkoo nageenyaa Oromiyaa fi Amaaraa mariidhaan hiikuun filannoo miti; nageenya biyyaalessaa tiksuudha
Finfinnee – Mariin marsaa lammaffaa nageenyaa mootummaa Itoophiyaa fi Waraana Biisummaa Oromoo (WBO) gidduutti ji’a darbe keessa eegalamee ture Oromiyaa…
Read More » -
Gulaalli: Ajjeechaa fi qabiinsa namummaan ala Sa’uudii Arabiyaan godaantota Itoophiyaa irratti raawwachaa jirtu dhaabbachuu qaba. Mootummaa Itoophiyaa fi addunyaa bal’aan itti dhimmamuu qabu!
Finfinnee, Fulbaana 01/2023 – Gabaasni dhiheenya kana Hiyumaan Raayitis Waach kan ajjeechaa godaantota Itoophiyaa dhibbaan lakkaa’aman eegdota daangaa Sa’udii Arabiyaatiin…
Read More » -
Gulaaalli: Mallattoowwan balaa mul’achaa jiranis moootummaan naannolee haaraa hundeessuu itti fufeera. Dhaabbatee karoora isaa gamaaggamuu qaba!
Finfinnee – Sadaasa 29 bara 2022tti qondaalonni olaanoo mootummaa, kan Pireezidaantii Naannoo Kibbaa Ristuu Yirdaawiin durfaman magaalota gurguddoo godina Guraagee keessaa…
Read More » -
Gulaalli: Gargaarsa miidhaan nyaataa addaan kutuun miidhamtoota si’a lama adabuudha. Duuti mana miliyoonotaa seenuuf jira. Baraaramuu qabu!
Finfinnee – Mootummaan paartii Badhaadhinaa kan MM Abiy Ahmadiin hogganamu bara 2018 aangoo erga qabatee booda Itoophiyaanonni gaaga’ama namoomaaf saaxilamaa jiru. …
Read More »